LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 29
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Sagalee Yihowaa isa guddaa

        • Uffata qulqullummaadhaan waaqeffadhaa (2)

        • “Waaqni ulfina qabeessi ni kakawweessaʼa” (3)

        • Yihowaan saba isaa ni jabeessa (11)

Faarfannaa 29:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Se 16:28, 29

Faarfannaa 29:2

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn tarii, “Ulfina qulqullummaa isaatiin kan kaʼe.”

  • *

    Ykn., “Yihowaa waaqeffadhaa.”

Faarfannaa 29:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 7:10; Fr 18:13
  • +Fr 104:3

Faarfannaa 29:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 26:11; 40:9

Faarfannaa 29:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 2:12, 13

Faarfannaa 29:6

Miiljaleewwan

  • *

    Kun gaarreen wal qabatoo Libaanon kan argisiisu taʼuu hin oolu.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 3:8, 9

Faarfannaa 29:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 19:18; Fr 77:18

Faarfannaa 29:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 13:13; Ibr 12:26
  • +Lak 13:26

Faarfannaa 29:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 10:17, 18; His 20:47

Faarfannaa 29:10

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “garba samiitii.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 38:25
  • +1Xi 1:17

Faarfannaa 29:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 40:29
  • +Fr 72:7

Yaada Wal Simu

Far. 29:11Se 16:28, 29
Far. 29:31Sa 7:10; Fr 18:13
Far. 29:3Fr 104:3
Far. 29:4Iyo 26:11; 40:9
Far. 29:5Isa 2:12, 13
Far. 29:6Kes 3:8, 9
Far. 29:7Bau 19:18; Fr 77:18
Far. 29:8Isa 13:13; Ibr 12:26
Far. 29:8Lak 13:26
Far. 29:9Isa 10:17, 18; His 20:47
Far. 29:10Iyo 38:25
Far. 29:101Xi 1:17
Far. 29:11Isa 40:29
Far. 29:11Fr 72:7
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 29:1-11

Faarfannaa

Faarfannaa Daawit.

29 Isin ilmaan warra jajjaboo, wanta isaaf malu Yihowaadhaaf kennaa,

Ulfinaa fi jabina isaatiif wanta isaaf malu Yihowaadhaaf kennaa.+

 2 Ulfina maqaa isaatiif malu Yihowaadhaaf kennaa.

Uffata qulqullummaa uffadhaatii* Yihowaadhaaf sagadaa.*

 3 Sagaleen Yihowaa bishaanota gubbaatti ni dhagaʼame;

Waaqni ulfina qabeessi ni kakawweessaʼa.+

Yihowaan bishaanota hedduu irra jira.+

 4 Sagaleen Yihowaa humna qabeessa dha;+

Sagaleen Yihowaa ulfina qabeessa dha.

 5 Sagaleen Yihowaa mukeetii gaattiraa ni caccabsa;

Eeyyee, Yihowaan mukeetii gaattiraa Libaanon ni hurreessa.+

 6 Inni Libaanon* akka jabbiitti,

Siriyoonis+ akka ilmoo gafarsaatti akka utaalu godha.

 7 Sagaleen Yihowaa labooba ibiddaatiin ni rukuta.+

 8 Sagaleen Yihowaa lafti onaan akka hollatu godha;+

Yihowaan lafti onaan Qaadesh+ akka hollatu godha.

 9 Sagaleen Yihowaa gadamsi akka hollattuu fi akka dhaltu godha,

Bosonas qullaatti hambisa.+

Mana qulqullummaa isaa keessa kan jiran hundi, “Ulfinni Waaqayyoof haa taʼu!” jedhu.

10 Yihowaan bishaan badiisaatii* olitti teessoo irra taaʼa;+

Yihowaan Mootii taʼee bara baraaf teessoo irra taaʼa.+

11 Yihowaan saba isaatiif jabina kenna.+

Yihowaan saba isaa nagaadhaan eebbisa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi