LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 63
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Waaqayyoon hawwuu

        • “‘Jaalalli kee inni amanamaan jireenya irra wayya’ (3)

        • ‘Gaʼee hunda caaluun quufuu’ (5)

        • Halkan waaʼee Waaqaa xiinxaluu (6)

        • ‘Waaqatti nan maxxana’ (8)

Faarfannaa 63:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 23:14

Faarfannaa 63:1

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Lubbuun koo si dheebotti.”

  • *

    Kal., “Foon koo.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 26:9
  • +Fr 42:2
  • +Fr 63:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru; 143:6

Faarfannaa 63:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Se 16:28; Fr 96:6

Faarfannaa 63:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 30:5; 100:5
  • +Fr 66:16, 17

Faarfannaa 63:5

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lubbuun koo waan.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 71:23; 135:3

Faarfannaa 63:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 119:55, 148

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    9/2018, ful. 22

Faarfannaa 63:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 17:37
  • +Fr 5:11; 57:1; 61:4

Faarfannaa 63:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 41:10

Faarfannaa 63:9

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “na ajjeesuu.”

Faarfannaa 63:10

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “jeedalootaas.”

Faarfannaa 63:11

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “ni boona.”

Yaada Wal Simu

Far. 63:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru1Sa 23:14
Far. 63:1Isa 26:9
Far. 63:1Fr 42:2
Far. 63:1Fr 63:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru; 143:6
Far. 63:21Se 16:28; Fr 96:6
Far. 63:3Fr 30:5; 100:5
Far. 63:3Fr 66:16, 17
Far. 63:5Fr 71:23; 135:3
Far. 63:6Fr 119:55, 148
Far. 63:71Sa 17:37
Far. 63:7Fr 5:11; 57:1; 61:4
Far. 63:8Isa 41:10
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 63:1-11

Faarfannaa

Faarfannaa Daawit yeroo lafa onaa Yihudaa keessa turetti faarfate.+

63 Yaa Waaqayyo, ati Waaqa koo ti, ani yeroo hundumaa sin barbaaddadha.+

Ani sin dheebodha.*+

Lafa gogaa fi gubataa bishaan hin qabne keessatti,

Ani* si hawwee gaggabeera.+

 2 Kanaafuu, iddoo qulqulluu keessatti gara kee nan ilaale;

Jabina kee fi ulfina kees nan arge.+

 3 Jaalalli kee inni amanamaan jireenya irra waan wayyuuf,+

Afaan koo ulfina siif ni kenna.+

 4 Kanaafuu, umurii koo guutuu sin jajadha;

Maqaa keetiinis harka koo ol nan kaasa.

 5 Gaʼee hunda caaluu fi filatamaa taʼeen waanan* quufeef,

Afaan koo gammachuudhaan si jajata.+

 6 Utuman siree koo irra jiruu sin yaadadha;

Halkan walakkaas waaʼee kee nan xiinxala.+

 7 Ati gargaaraa koo ti,+

Anis gaaddisa qoochoo keetii jalatti nan ililcha.+

 8 Ani sitti nan maxxana;

Harki kee mirgaa yeroo hunda cimsee na qaba.+

 9 Warri lubbuu koo balleessuu* barbaadan garuu,

Lafa gad fagoo keessa gad ni lixu.

10 Humna goraadeetti dabarfamanii kennamu;

Irbaata sardiidotaas* ni taʼu.

11 Mootichi garuu Waaqayyotti ni gammada.

Namni Waaqayyoon kakatu hundi ni gammada,*

Afaan warra soba dubbatanii garuu cal jechisiifama.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi