LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 14
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Wanta namni gowwaan ittiin beekamu

        • “Yihowaan hin jiru” (1)

        • “Wanta gaarii kan hojjetu hin jiru” (3)

Faarfannaa 14:1

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Namni hubannaa hin qabne.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 10:4; Isa 29:16
  • +Fr 53:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru-6; Rom 3:10-12

Faarfannaa 14:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Se 16:9; Fr 33:13-15; Ibr 11:6

Faarfannaa 14:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lal 7:29

Faarfannaa 14:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Bau 15:16

Faarfannaa 14:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 9:9; 142:5

Faarfannaa 14:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 11:26, 27

Yaada Wal Simu

Far. 14:1Fr 10:4; Isa 29:16
Far. 14:1Fr 53:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru-6; Rom 3:10-12
Far. 14:22Se 16:9; Fr 33:13-15; Ibr 11:6
Far. 14:3Lal 7:29
Far. 14:5Bau 15:16
Far. 14:6Fr 9:9; 142:5
Far. 14:7Rom 11:26, 27
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 14:1-7

Faarfannaa

Geggeessaa muuziqaatiif. Faarfannaa Daawit.

14 Namni gowwaan* garaa isaatti,

“Yihowaan hin jiru”+ jedha.

Namoonni akkanaa gochi isaanii mancaʼaa dha, wanti isaan hojjetanis jibbisiisaa dha;

Wanta gaarii kan hojjetu tokko illee hin jiru.+

 2 Yihowaan garuu namni hubannaa qabuu fi namni Yihowaa barbaaddatu jiraachuu fi dhiisuu isaa ilaaluuf,

Samii irraa gara ilmaan namootaa gad ni ilaala.+

 3 Hundi isaanii karaa irraa goraniiru;+

Hundi isaanii mancaʼaniiru.

Wanta gaarii kan hojjetu hin jiru,

Tokko illee hin jiru.

 4 Warra balleessaa raawwatan keessaa tokko illee hin hubatuu?

Isaan akkuma nyaata nyaatanitti saba koo ni nyaatu.

Yihowaas hin waammatan.

 5 Haa taʼu malee, Yihowaan dhaloota qajeelaa wajjin waan jiruuf,

Isaan naasuu guddaadhaan ni liqimfamu.+

 6 Isin warri balleessaa raawwattan karoora nama rakkataa taʼee fashaleessuuf yaalii gootu;

Yihowaan garuu bakka inni kooluu itti galu isaaf ni taʼa.+

 7 Fayyinni Israaʼel Xiyoon irraa haa dhufu!+

Yeroo Yihowaan saba isaa isa boojiʼame deebisee walitti qabutti,

Yaaqoob haa gammadu, Israaʼel haa ililchu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi