LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Qorontos 8
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee 1 Qorontos

      • Nyaata waaqolii tolfamoodhaaf dhihaate (1-13)

        • Nuuf Waaqa tokkicha qofatu jira (5, 6)

1 Qorontos 8:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 15:20, 29
  • +Rom 14:14; 1Qo 8:10
  • +1Qo 8:13; 13:4, 5

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    9/2018, ful. 12-16

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    8/2017, ful. 29

1 Qorontos 8:3

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    9/2019, ful. 12

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    7/2018, ful. 8

1 Qorontos 8:4

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Kes 32:21; 2Mo 19:17, 18; Er 16:20
  • +Kes 6:4; 32:39

1 Qorontos 8:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 82:1, 6; Yoh 10:34, 35

1 Qorontos 8:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Xi 2:5
  • +Mil 2:10; Mat 23:9
  • +HoE 17:28; Rom 11:36
  • +Yoh 1:1, 3; Qol 1:15, 16

1 Qorontos 8:7

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “xuraaʼeera.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 14:14
  • +1Qo 10:27, 28
  • +Rom 14:23

1 Qorontos 8:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 14:17
  • +Ibr 13:9

1 Qorontos 8:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 14:13, 20

1 Qorontos 8:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Rom 14:15

1 Qorontos 8:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 10:28, 29

1 Qorontos 8:13

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Mat 18:6; Rom 14:15, 21

Yaada Wal Simu

1Qor. 8:1HoE 15:20, 29
1Qor. 8:1Rom 14:14; 1Qo 8:10
1Qor. 8:11Qo 8:13; 13:4, 5
1Qor. 8:4Kes 32:21; 2Mo 19:17, 18; Er 16:20
1Qor. 8:4Kes 6:4; 32:39
1Qor. 8:5Fr 82:1, 6; Yoh 10:34, 35
1Qor. 8:61Xi 2:5
1Qor. 8:6Mil 2:10; Mat 23:9
1Qor. 8:6HoE 17:28; Rom 11:36
1Qor. 8:6Yoh 1:1, 3; Qol 1:15, 16
1Qor. 8:7Rom 14:14
1Qor. 8:71Qo 10:27, 28
1Qor. 8:7Rom 14:23
1Qor. 8:8Rom 14:17
1Qor. 8:8Ibr 13:9
1Qor. 8:9Rom 14:13, 20
1Qor. 8:11Rom 14:15
1Qor. 8:121Qo 10:28, 29
1Qor. 8:13Mat 18:6; Rom 14:15, 21
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
1 Qorontos 8:1-13

Qorontos Tokkoffaa

8 Nyaata waaqolii tolfamoodhaaf dhihaate ilaalchisee+ hundi keenya beekumsa akka qabnu beekna.+ Beekumsi nama bokoksa, jaalalli garuu nama ijaara.+ 2 Namni tokko wanta tokko akka beeku yoo isatti dhagaʼame, inni waaʼee dhimma sanaa amma iyyuu hamma beekuu qabu hin beekne. 3 Namni tokko Waaqayyoon kan jaallatu yoo taʼe garuu Waaqayyo isa ni beeka.

4 Nyaata waaqolii tolfamoodhaaf dhihaate nyaachuu ilaalchisee, waaqoliin tolfamoon gatii akka hin qabnee+ fi Waaqa isa tokkicha malee kan biraan akka hin jirre beekna.+ 5 Sababiin isaas, “waaqolii” hedduunii fi “gooftolii” hedduun jiru; taʼus, samii irrattis taʼe lafa irratti+ waaqolii kan jedhaman yoo jiraatan iyyuu, 6 nuuf garuu Waaqa tokkicha+ isa Abbaa+ keenya taʼe, isa wantoonni hundi biraa argamanii fi nutis kan isaa taane qofatu jira;+ akkasumas, Gooftaa tokkicha isa wantoonni hundi karaa isaa argamanii+ fi nutis karaa isaa argamne Yesuus Kiristoos qofatu jira.

7 Beekumsa kana kan qaban garuu namoota hunda miti.+ Taʼus, namoonni tokko tokko dur waaqolii tolfamoo waaqeffachaa waan turaniif, nyaata akkasii yommuu nyaatan aarsaa waaqolii tolfamoodhaaf dhihaate akka taʼetti yaadu;+ qalbiin isaaniis dadhabaa waan taʼeef isaan ceephaʼa.*+ 8 Haa taʼu malee, nyaanni caalaatti Waaqayyotti nu hin dhiheessu;+ yoo nyaachuu baanne wanti nutti hirʼatu hin jiru, yoo nyaannes wanti nuuf dabalamu hin jiru.+ 9 Taʼus, mirgi isin filachuuf qabdan namoota dadhaboo taʼanitti gufuu akka hin taane of eeggadhaa.+ 10 Ati inni beekumsa qabdu mana qulqullummaa waaqolii tolfamoo keessatti utuu nyaata nyaattuu namni tokko yoo si arge, qalbiin nama dadhabaa taʼe sanaa nyaata waaqolii tolfamoodhaaf dhihaate akka nyaatu isa hin jajjabeessuu? 11 Kanaafuu, beekumsa keetiin namni dadhabaan, obboleessi kee inni Kiristoos isaaf duʼe sun ni bada.+ 12 Karaa kanaan obboloota keessan irratti yommuu cubbuu hojjettanii fi qalbii isaanii isa dadhabaa madeessitan,+ Kiristoos irratti cubbuu hojjechaa jirtu. 13 Kanaafuu, nyaanni obboleessa koo kan gufachiisu yoo taʼe, obboleessa koo akkan hin gufachiisneef, ani matumaa lammata foon hin nyaadhu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi