LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 30
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Gaddi gara gammachuutti jijjiirame

        • Gaarummaan Waaqaa umurii guutuu tura (5)

Faarfannaa 30:1

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “na harkisteef.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 25:2; 41:11

Faarfannaa 30:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Mo 20:5; Fr 6:2; 103:3

Faarfannaa 30:3

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Siʼool,” jechuunis, bakka ilmaan namootaa hundi itti awwaalaman. Ibsa Jechootaa ilaali.

  • *

    Ykn., “lubbuu koo.”

  • *

    Ykn., “awwaalatti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 86:13
  • +Fr 16:10; 28:1; Isa 38:17; Yon 2:6

Faarfannaa 30:4

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “muuziqaa qopheessaa.”

  • *

    Kal., “Yaadannoo.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 32:11
  • +Bau 3:15

Faarfannaa 30:5

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “Milkiin.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Isa 12:1
  • +Isa 54:8
  • +Fr 126:5

Faarfannaa 30:6

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “hin gatantaru.”

Faarfannaa 30:7

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “milkii.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Sa 5:12; Fr 89:17
  • +Fr 10:1; 143:7

Faarfannaa 30:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 34:6; 77:1

Faarfannaa 30:9

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Dhiigni.”

  • *

    Ykn., “awwaalatti.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 28:1
  • +Fr 6:5; 115:17; Lal 9:10
  • +Fr 88:11; Isa 38:18

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    2/2023, ful. 21

Faarfannaa 30:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 143:1
  • +Fr 28:7

Faarfannaa 30:12

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “ulfinni koo faarfannaa galataa siif ni faarfata.”

Yaada Wal Simu

Far. 30:1Fr 25:2; 41:11
Far. 30:22Mo 20:5; Fr 6:2; 103:3
Far. 30:3Fr 86:13
Far. 30:3Fr 16:10; 28:1; Isa 38:17; Yon 2:6
Far. 30:4Fr 32:11
Far. 30:4Bau 3:15
Far. 30:5Isa 12:1
Far. 30:5Isa 54:8
Far. 30:5Fr 126:5
Far. 30:72Sa 5:12; Fr 89:17
Far. 30:7Fr 10:1; 143:7
Far. 30:8Fr 34:6; 77:1
Far. 30:9Fr 28:1
Far. 30:9Fr 6:5; 115:17; Lal 9:10
Far. 30:9Fr 88:11; Isa 38:18
Far. 30:10Fr 143:1
Far. 30:10Fr 28:7
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 30:1-12

Faarfannaa

Faarfannaa. Faarfannaa eebba manichaa. Faarfannaa Daawit.

30 Yaa Yihowaa, waan ol na qabdeef* ani sin jajadha;

Ati diinonni koo kufaatii kootti akka gammadan hin goone.+

 2 Yaa Waaqa koo Yihowaa, ani gargaarsa argachuuf gara keetti nan iyyadhe, atis na fayyiste.+

 3 Yaa Yihowaa, ati Awwaala* keessaa na* baasteetta.+

Lubbuudhaan na jiraachisteetta; boollatti* lixuu irraas na oolchiteetta.+

 4 Isin warri isaaf amanamoo taatan, Yihowaadhaaf faarfannaa galataa faarfadhaa,*+

Maqaa* isaa isa qulqulluudhaaf galata galchaa;+

 5 Sababiin isaas, dheekkamsi isaa yeroo muraasaaf qofa tura,+

Gaarummaan* isaa garuu bara baraaf tura.+

Galgala booʼichi dhufuu dandaʼa, ganama garuu ililchatu jira.+

 6 Yommuun hin rakkannetti,

“Ani matumaa hin raafamu”* nan jedhe.

 7 Yaa Yihowaa, yommuun gaarummaa* kee argadhee jirutti, ati akkuma gaaraatti cimaa na goote.+

Yeroo fuula kee dhoksitu garuu, ani nan jeeqame.+

 8 Yaa Yihowaa, ani yeroo hunda sin waammadha;+

Gaarummaa isaa argachuuf yeroo hunda Yihowaa nan kadhadha.

 9 Duʼuun* koo, gara boollaatti* lixuun koos buʼaa maalii qaba?+

Biyyoon si jajataa?+ Amanamummaa kee hoo ni dubbataa?+

10 Yaa Yihowaa, na dhagaʼi, gaarummaas natti argisiisi.+

Yaa Yihowaa, ati gargaaraa koo taʼi.+

11 Gadda koo gara shubbisaatti jijjiirteetta;

Uffata gaddaa koo na irraa baastee gammachuu natti uwwisteetta.

12 Kanaan kan kaʼes, ani faarfannaa galataa siif nan faarfadha,* callumas hin jedhu.

Yaa Waaqa koo Yihowaa, bara baraaf sin jajadha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi