LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Tasalonqee 1
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee 1 Tasalonqee

      • Nagaa dhaamuu (1)

      • Amantii warra Tasalonqeetiif galateeffachuu (2-10)

1 Tasalonqee 1:1

Miiljaleewwan

  • *

    Siilaas jedhamees ni waamama.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 15:22; 1Ph 5:12
  • +HoE 16:1, 2

1 Tasalonqee 1:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Ta 1:11, 12

1 Tasalonqee 1:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Ph 1:3, 4

1 Tasalonqee 1:5

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Mana Barumsaa Tajaajilaa, ful. 194

1 Tasalonqee 1:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Ta 2:14
  • +1Qo 11:1; Flp 3:17; 2Ta 3:9
  • +1Ph 2:21

1 Tasalonqee 1:8

Miiljaleewwan

  • *

    Kutaa Dabalataa A5 ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +2Ta 1:4

1 Tasalonqee 1:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Qo 10:14; 12:2; Gal 4:8; 1Yo 5:21

1 Tasalonqee 1:10

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +HoE 1:10, 11; Tit 2:13
  • +1Ta 5:2; 2Ph 3:12

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa,

    8/15/2010, ful. 13

Yaada Wal Simu

1Tas. 1:1HoE 15:22; 1Ph 5:12
1Tas. 1:1HoE 16:1, 2
1Tas. 1:22Ta 1:11, 12
1Tas. 1:31Ph 1:3, 4
1Tas. 1:61Ta 2:14
1Tas. 1:61Qo 11:1; Flp 3:17; 2Ta 3:9
1Tas. 1:61Ph 2:21
1Tas. 1:82Ta 1:4
1Tas. 1:91Qo 10:14; 12:2; Gal 4:8; 1Yo 5:21
1Tas. 1:101Ta 5:2; 2Ph 3:12
1Tas. 1:10HoE 1:10, 11; Tit 2:13
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
1 Tasalonqee 1:1-10

Tasalonqee Tokkoffaa

1 Phaawulos, Silwaanosii*+ fi Ximotewos+ irraa, gumii Tasalonqee warra Waaqayyo Abbaa fi Gooftaa Yesuus Kiristoosii wajjin tokkummaa qabaniif:

Gaarummaa guddaanii fi nagaan isiniif haa taʼu.

2 Nuti kadhannaa keenya keessatti waaʼee hunda keessanii yommuu kaasnu, yeroo hunda Waaqayyoon ni galateeffanna;+ 3 hojii isin amanamummaadhaan hojjettan, jaalalaan kakaatanii carraaqqii gochuu keessanii fi abdii Gooftaa Yesuus Kiristoos irratti qabdaniin+ kan kaʼe jabaattanii dhaabbachuu keessan, Waaqayyoo fi Abbaa keenya duratti yeroo hunda ni yaadanna. 4 Isin obboloonni Waaqayyo biratti jaallatamtan akka inni isin filate beekna; 5 sababiin isaas, misiraachoon nuti isiniif lallabne gara keessan kan dhufe humnaa fi hafuura qulqulluudhaan, akkasumas amantii cimaadhaan malee dubbii qofaan miti; nuti isiniif jennee akkamitti gidduu keessan akka jiraanne beektu. 6 Rakkinni hedduun+ yoo isin irra gaʼe iyyuu dubbicha gammachuu hafuura qulqulluu irraa argamuun waan fudhattaniif, fakkeenya keenyaa+ fi fakkeenya Gooftaa+ hordoftaniittu; 7 kanaan kan kaʼes, amantoota Maqedooniyaa fi Akaayaa keessa jiran hundumaaf fakkeenya taataniittu.

8 Dubbiin Yihowaa* isin biraa baʼee kan dhagaʼame Maqedooniyaa fi Akaayaa qofatti miti; kanaa mannaa, amantiin isin Waaqayyo irratti qabdan bakka hundumaatti odeeffameera;+ kanaafuu, nuti waan tokko illee dubbachuun nu hin barbaachisu. 9 Sababiin isaas, nuti jalqaba akkamitti akka isinii wajjin wal argine, isinis Waaqa isa jiraataa fi isa dhugaa akka garbaatti tajaajiluuf jecha akkamitti waaqolii tolfamoo+ keessan irraa gara Waaqayyootti akka deebitan isaanumti iyyuu yeroo hunda ni dubbatu; 10 kana kan gootanis Ilma isaa isa samii irraa dhufu,+ isa inni duʼaa kaasee fi dheekkamsa dhufu jalaa nu oolchu,+ jechuunis Yesuusiin eeggachuuf jettanii ti.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi