LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • g 7/13 ful. 1-2
  • Ittiin Baafata

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ittiin Baafata
  • Dammaqaa!—2013
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Ittiin Baafata
    Dammaqaa!—2014
  • Ittiin Baafata
    Dammaqaa!—2014
  • Ittiin Baafata
    Dammaqaa!—2013
  • Ittiin Baafata
    Dammaqaa!—2013
Dabalataan Ilaaluuf
Dammaqaa!—2013
g 7/13 ful. 1-2

Ittiin Baafata

ADOOLESSA-FULBAANA 2013

© 2013 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania. All rights reserved.

MATADUREE FUULA JALQABAA: Yakki Mana Keessatti Raawwatamu Ni Dhaabata 6-9

3 Addunyaa Mararraa

4 Maatiidhaaf

Dubbii Nama Miidhu Dubbachuurraa Fagaachuun Kan Dandaʼamu Akkamitti?

10 Maatiidhaaf

Waliin Ooduu Dhiisuun Kan Dandaʼamu Akkamitti?

12 Yakkarraa Of Eegi!

16 Wantoota Weeb Saayitii Keenyarra Jiran Battalumaan Argadhu!

INTARNEETIIRRATTI

www.jw.org

DARGAGGOOTA

GAAFFII DARGAGGOOTAA

Yoo Na Sossodaachisan Maal Gochuun Dandaʼa?

Seeliin isheen umriinshee waggaa 20 taʼe akkas jetteetti: “Maqaa isaan ittiin na waaman ykn wanta isaan naan jedhan matumaa hin irraanfadhu. Gatii akkan hin qabne, akkan hin barbaadamneefi waaʼee akkan hin baafne akka natti dhagaʼamu godhaniiru. Utuu na rukutanii naa wayya ture.” Matadureen Intarneetiirratti baʼu kun gaaffiiwwan armaan gadiitiif deebii kenna: Ijoolleen warra kaan kan sossodaachisan maaliifi? Ijoolleen akkasii yeroo baayʼee eenyuunfaa sossodaachisu? Yoo si sossodhaachisan maal gochuu dandeessa?

(Ingiliffaan argama. BIBLE TEACHINGS/TEENAGERS jalaa ilaali)

IJOOLLEE

Seenaawwan Macaafa Qulqulluu fakkiidhaan ibsaman dubbisaa. Ijoolleen keessan seenaa namoota Macaafa Qulqulluu keessatti caqasamaniifi seera amalaa ilaalchisee beekumsa qaban akka guddifataniif gilgaala kennamanitti fayyadamaa.

(Ingiliffaan argama. BIBLE TEACHINGS/CHILDREN jalaa ilaali)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi