LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • rsg19 ful. 12-16
  • Yihowaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yihowaa
  • Barreeffama Qorannaa Dhugaa Baatota Yihowaa Gargaaruuf Qophaaʼe—Maxxansa 2019
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Waaqayyo Eenyu Dha?
  • Amalawwan Yihowaa
  • Ol Aantummaa Yihowaa
  • Kaayyoo Yihowaa
  • Waaqayyo Rakkinaa fi Hammeenya kan Heyyame Maaliifi?
  • Hafuura Qulqulluu
  • Samii
  • Walitti Dhufeenya Yihowaan Namoota Wajjin Qabu
Barreeffama Qorannaa Dhugaa Baatota Yihowaa Gargaaruuf Qophaaʼe—Maxxansa 2019
rsg19 ful. 12-16

Yihowaa

Waaqayyo Eenyu Dha?

Akkasumas mata duree: Saayinsii fi Teknooloojii ➤ Uumaatti Amanuu jedhu ilaali

Waaqayyo Samii fi Lafa Uume Kitaaba Qulqulluu Irraa Baradhu, barumsa 1

Waaqayyoon Ilaalchisee Barumsi Sirrii Taʼe Isa Kami? Barumsa Macaafa Qulqulluu, boq. 1

Abbaa, Ilmaafi Hafuura Qulqulluu Ilaalchisee Dhugaansaa Maalidha? Barumsa Macaafa Qulqulluu, Kutaa Dabalataa

Waaqayyo Eenyu? Maal Nu Barsiisa, boq. 1

Gaaffii 1: Waaqayyo eenyudha? Dubbii Waaqayyoorraa Barachuu

Gaaffii 2: Waaʼee Waaqayyoo barachuu kan dandeessu akkamitti? Dubbii Waaqayyoorraa Barachuu

Waaqayyo Eenyudha? Misiraachoo, barumsa 2

Abbaan Keenya Inni Samii Dhugumaan Waaqa Akkamiiti? Masaraa Eegumsaa, 1/1/2009

“Ilaa Inni Waaqayyo Keenya!” Yihowaatti Dhihaadhu, boq. 1

Maqaa Yihowaa

Macaafni Qulqulluun Maal Jedha?: Maqaa Waaqayyoo Dammaqaa!, Lakk. 6 2017

Barbaachisummaa Maqaa Waaqayyoofi-Hiikasaa Barumsa Macaafa Qulqulluu, Kutaa Dabalataa

‘Isin Dhugaa Baatota Kooti’ Masaraa Eegumsaa, 7/15/2014

1 Maqaa Waaqayyoo Caaffata Qulqullaaʼoo Afaan Ibrootaa Keessatti Barreeffama Dubbii Waaqayyoo Qayyabachuuf Gargaaru

2 Maqaa Waaqayyoo Caaffata Qulqullaaʼoo Afaan Giriikii Keessatti Barreeffama Dubbii Waaqayyoo Qayyabachuuf Gargaaru

Yihowaan Maqaasaa Ol Ol Godha Mootummaan Waaqayyoo Bulchaa Jira!, boq. 4

Maqaa Yihowaa Isa Guddaadhaaf Ulfina Kennaa Masaraa Eegumsaa, 3/15/2013

❐ Masaraa Eegumsaa, 10/1/2010

Waaqayyoon, Maqaasaatiin Isa Beekuu Ni Dandeessaa?

Maqaa Waaqayyoo Beekuun Maalfaa Dabalata?

Waaqayyoon Maqaasaatiin Beekuun Carraaqqii Guddaa Gaafata

Waaqayyo Maqaa Qaba Barsiisaa, boq. 4

Maqaawwan Ulfinaa fi Gaʼeewwan Isaanii

Yihowaa Akka Abbaakeetti Ilaaltaa? Masaraa Eegumsaa, 2/15/2010

❐ Masaraa Eegumsaa, 9/15/2008

Yihowaan Bara Duriitti Sabasaa ‘Fureera’

Yihowaan “Furii” Keenya

Waaqayyotti Dhihaadhu: Abbaa Hundarra Caalu Masaraa Eegumsaa, 1/1/2008

Isa Waan Hundumaa Uume Barsiisaa, boq. 3

Mormii Maqaa Waaqayyoo Irratti Kaʼe

Soba Waaqayyo Maqaa Hin Qabu Jedhu Masaraa Eegumsaa, 1/1/2014

Waaqayyoon Maqaasaatiin Beekuun Carraaqqii Guddaa Gaafata Masaraa Eegumsaa, 10/1/2010

Amalawwan Yihowaa

“Waaqni Keenya Yihowaan Yihowaa Tokko Dha” Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qoʼannaa), 6/2016

Fakkeenya Waaqa Isa Jireenya Bara Baraa Nu Abdachiisee Hordofaa Masaraa Eegumsaa, 5/15/2015

“Ani Isa Bade Nan Barbaada” Gara Yihowaatti Deebiʼi, kutaa 1

Yihowaa Waaqa Wanta Nu Barbaachisu Nuu Qopheessuufi Nu Eegu Masaraa Eegumsaa, 2/15/2014

❐ Masaraa Eegumsaa, 6/15/2013

Amalawwan Yihowaatiif Dinqisiifannaa Guddaa Qabaadhaa

Yihowaan Arjaafi Sababa Qabeessa Taʼuusaa Dinqisiifadhaa

Yihowaan Amanamaafi Dhiifama Kan Godhu Taʼuusaa Dinqisiifadhaa

Waaqayyotti Dhihaadhu: “Qulqulluu! Qulqulluu! Qulqulluudha Yihowaan” Masaraa Eegumsaa, 1/1/2012

Hundi Keenya Yihowaa Jajachuu Qabna Masaraa Eegumsaa, 3/15/2009

Karaa Ulfina Qabuun Jiraachuudhaan Yihowaadhaaf Ulfina Kennaa Masaraa Eegumsaa, 8/15/2008

Yihowaan Waaqa Dinqisiifatudha Masaraa Eegumsaa, 2/1/2007

“Qulqulluu! Qulqulluu! Qulqulluu Dha Waaqayyo” Yihowaatti Dhihaadhu, boq. 3

Jaalala

Akkasumas kitaaba armaan gadii ilaali:

Yihowaatti Dhihaadhu, boqonnaa 23-30

❐ Masaraa Eegumsaa, 11/15/2015

Yihowaan Waaqa Jaalalaa Ti

‘Nama Akka Mataa Keetiitti Ni Jaallattaa?’

Jaalala Yihowaa Isa Hin Badne Irratti Xiinxalaa Masaraa Eegumsaa, 8/15/2015

“Jaallachuun Yeroo Qaba, Jibbuunis Yeroo Qaba” Masaraa Eegumsaa, 1/1/2012

Waaqayyo Jaalalasaa Nutti Argisiiseera Masaraa Eegumsaa, 6/15/2011

Jaalalli Waaqayyoo, Jaalala Haadhaarratti Ni Mul’ata Masaraa Eegumsaa, 7/1/2008

Haqaa fi Qajeelummaa

Akkasumas kitaaba armaan gadii ilaali:

Yihowaatti Dhihaadhu, boqonnaa 11-16

❐ Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qoʼannaa), 4/2017

“Abbaan Firdii Guutummaa Biyya Lafaa” Yoom Iyyuu Wanta Sirrii Raawwata

Ilaalcha Yihowaan Haqaaf Qabu Qabdaa?

Waaqayyo Kanaʼaanotarratti Waraana Kan Labse Maaliifi? Masaraa Eegumsaa, 7/1/2010

Waaqayyotti Dhihaadhu: Abbaa Firdii Yeroo Hundumaa Wanta Sirrii Ta’e Raawwatu Masaraa Eegumsaa, 4/1/2009

Yihowaan Firdii Qajeelaa Ni Jaallata Masaraa Eegumsaa, 9/1/2007

Yihowaan ‘Dhugaa Ni Baasa’ Masaraa Eegumsaa, 1/1/2007

Humna

Akkasumas kitaaba armaan gadii ilaali:

Yihowaatti Dhihaadhu, boqonnaa 4-10

Ogummaa

Akkasumas kitaaba armaan gadii ilaali:

Yihowaatti Dhihaadhu, boqonnaa 17-22

‘Eenyutu Yaada Waaqayyoo Beeka?’ Masaraa Eegumsaa, 10/15/2010

Uumamni Ogummaa Yihowaa Mul’isa Masaraa Eegumsaa, 4/15/2009

Araaraa fi Dhiifama Gochuu

❐ Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qoʼannaa), 11/2017

Yihowaatti Kooluu Galtaniittuu?

Haqaa fi Araara Qabaachuu Irratti Fakkeenya Yihowaa Hordofaa

Of Ceephaʼuu​—⁠‘Cubbuu Koottii Ana Qulleessi’ Gara Yihowaatti Deebiʼi, kutaa 4

Yihowaan Dhiifama Kan Godhu Taʼuunsaa Siif Hiika Maalii Qaba? Masaraa Eegumsaa, 11/15/2012

Waaqayyotti Dhihaadhu: Waaqayyo Yommuu Dhiifama Godhu, Ni Irraanfataa? Masaraa Eegumsaa, 10/1/2012

“Abbaan Keessan Oo’a Qabeessa” Masaraa Eegumsaa, 10/1/2007

Gaarummaa

Waaqayyotti Dhihaadhu: Inni ‘Garaa Keenya Ni Guuta’ Masaraa Eegumsaa, 10/1/2013

‘Gaarummaansaa Akkam Baayʼeedha!’ Yihowaatti Dhihaadhu, boq. 27

Amanamummaa

Yaada Baa⁠y⁠ʼee Amansiisaa Qubee Afaan Ibrootaa Ishii Xinnoo Irraa Argamu Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Sabaa), Lakk. 4 2017

Yihowaan Amanamaafi Dhiifama Kan Godhu Taʼuusaa Dinqisiifadhaa Masaraa Eegumsaa, 6/15/2013

‘Si Duwwaatu Amanamaadha’ Yihowaatti Dhihaadhu, boq. 28

Obsa

Obsa Yihowaafi Yesus Argisiisanirraa Baradhaa Masaraa Eegumsaa, 9/15/2012

Obsa Argisiisuudhaan Fakkeenya Yihowaa Hordofaa Masaraa Eegumsaa, 2/1/2006

Gad Of Qabuu

Hundumaarra Kan Xinnaattan Taʼuuf Carraaqaa Masaraa Eegumsaa, 11/15/2012

“Garaansaa Ogeessa” Taʼus Kan Gad Of Deebisu Yihowaatti Dhihaadhu, boq. 20

Ol Aantummaa Yihowaa

❐ Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qoʼannaa), 6/2017

Iji Keessan Dhimma Isa Guddaa Irratti Akka Xiyyeeffatu Godhaa

Ol Aantummaa Yihowaa Deggeraa

Waaqayyo Rakkinni Akka Jiraatu Maaliif Heyyame? Barumsa Macaafa Qulqulluu, boq. 11

Rakkinni Kan Baayʼate Maaliifi? Maal Nu Barsiisa, boq. 11

Yihowaa Isa Mootii Barabaraa Taʼe Waaqeffadhaa Masaraa Eegumsaa, 1/15/2014

Yihowaan, Gooftaa Hundumaa Gararraa Jirudha! Masaraa Eegumsaa, 11/15/2010

Bulchiinsi Yihowaa Sirrii Akka Ta’e Mirkanaa’eera! Masaraa Eegumsaa, 1/15/2010

❐ Masaraa Eegumsaa, 12/1/2007

Olaantummaa Yihowaafi Mootummaa Waaqayyoo

Olantummaa Yihowaa Ni Deggertaa?

Seera, Dhugaawwan Buʼuuraa, fi Qajeelfama

❐ Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qoʼannaa), 2/2017

Yihowaan Saba Isaa ni Geggeessa

Yeroo Ammaatti Saba Waaqayyoo Geggeessaa kan Jiru Eenyu?

Yihowaan Saba Isaa Karaa Jireenyaatti ni Geessa Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qoʼannaa), 3/2016

Waaqa Birmadummaa Namaa Kennu Tajaajilaa Masaraa Eegumsaa, 7/15/2012

‘Dhugaa Isa Bifa Macaafaatti Qophaaʼerraa’ Baradhaa Masaraa Eegumsaa, 1/15/2012

“Ani Seera Kee Attam Nan Jaalladha!” Masaraa Eegumsaa, 7/1/2006

Kaayyoo Yihowaa

Akkasumas birooshuroota armaan gadii ilaali:

Waa’ee Keenya Ni Yaadaa?

Dhaggeeffachuudhaan Jiraadhu

Waaqayyoon Dhaggeeffadhu

Gaaffii Dubbistootaa: “Dubbiin Waaqayyoo” inni Ibroota 4:12 irratti “jiraataa fi humna qabeessa dha” jedhame maali dha? Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qoʼannaa), 9/2016

Kun Kaayyoo Waaqayyoo Turee? Barumsa Macaafa Qulqulluu, Seensa

Yihowaan Kaayyoosaa Ibse Mootummaan Waaqayyoo Bulchaa Jira!, boq. 3

Waaqayyoof Abboomamuudhaan Kakuusaarraa Faayidaa Argadhaa Masaraa Eegumsaa, 10/15/2012

‘Waaqayyo Tokkichi’ Maatiisaa Walitti Qabaa Jira Masaraa Eegumsaa, 7/15/2012

Yihowaan Sabasaa Akkamitti Akka Oolchu Beeka Masaraa Eegumsaa, 4/15/2012

Fedhi Waaqayyoo Maalidha? Fedha Yihowaa, Seensa

‘Ogummaan Waaqayyoo Hammam Gad Fagaata!’ Masaraa Eegumsaa, 5/15/2011

Dhugaasaa Beekuu Barbaaddaa? (§ Dhuguma Waaqayyoo Waa’ee Keenya Ni Yaadaa?) Dhugaasaa Beekuu

Yihowaan “Wanta Booddee Dhufuuf Jiru Duraan Dursee” Hima Masaraa Eegumsaa, 6/1/2006

❐ Masaraa Eegumsaa, 3/1/2006

Bulchiinsa Kaayyoo Waaqayyoo Galmaan Ga’u

Wanta Bantii Waaqaa Keessa Jiruufi Wanta Lafarra Jiru Walitti Qabuu

Kaayyoo Waaqayyo Lafaaf Qabu

Jannata Lafa Irraa​​—⁠⁠Abjuu moo Dhugaa Dha? Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Sabaa), Lakk. 4 2017

Kaayyoon Waaqayyo Lafaaf Qabu Maalinni? Barumsa Macaafa Qulqulluu, boq. 3

Kaayyoon Waaqayyo Namootaaf Qabu Maali Dha? Maal Nu Barsiisa, boq. 3

Gaaffii Dubbistootaa: Lafti Ni Baddii Laata? Masaraa Eegumsaa, 7/1/2012

Misiraachoon Kun Maalidha? Misiraachoo, barumsa 1

Kaayyoon Waaqayyo Lafaaf Qabu Maalidha? Misiraachoo, barumsa 5

Lafti Ni Baddii? Masaraa Eegumsaa, 7/1/2008

Kaayyoo Waaqayyo Namootaaf Qabu

❐ Masaraa Eegumsaa, 5/15/2015

Wantoota Abdachiifaman ‘Ilaalaniiru’

Fakkeenya Waaqa Isa Jireenya Bara Baraa Nu Abdachiisee Hordofaa

❐ Masaraa Eegumsaa, 10/1/2011

Jireenyi Kaayyoo Dhugaa Qabaa?

Jireenyi Kaayyoo Kan Hin Qabne Kan Fakkaatu Maaliifi?

Ammas Taʼe Barabaraaf Jireenya Kaayyoo Qabu Jiraadhu

Waaqayyo Rakkinaa fi Hammeenya kan Heyyame Maaliifi?

Waaqayyootti Mufattee Jirtaa? Masaraa Eegumsaa, 10/1/2015

Waaqayyo Rakkinni Akka Jiraatu Maaliif Heyyame? Barumsa Macaafa Qulqulluu, boq. 11

Rakkinni Kan Baayʼate Maaliifi? Maal Nu Barsiisa, boq. 11

Gaaffii Dubbistootaa: Waaqayyo namoonni cimoon warra dadhaboo akka hacuucan maaliif heyyame? Masaraa Eegumsaa, 4/1/2014

Gaaffii 8: Rakkina namootarra gaʼuuf kan itti gaafatamu Waaqayyodhaa? Dubbii Waaqayyoorraa Barachuu

Gaaffii 9: Rakkinni namootarra kan gaʼu maaliifi? Dubbii Waaqayyoorraa Barachuu

❐ Masaraa Eegumsaa, 10/1/2013

Lubbuun Namoota Balleessaa Hin Qabne Hedduun Badeera!

Rakkinni Akkas Kan Baay’ate Maaliifi?

Rakkinni Dhiheenyatti Ni Bada!

Waaqayyo, Hammeenyiifi Dhiphinni Akka Jiraatu Maaliif Heyyame? Misiraachoo, barumsa 8

Waaqayyo Rakkinni Akka Jiraatu Maaliif Heyyame? Waa’ee Keenya Ni Yaadaa?, kutaa 6

Rakkinni ni Bada

❐ Masaraa Eegumsaa, 1/1/2010

“Hamma Yoomiittan Gargaarsaaf Gara Keetti Iyya?”

Dhuguma Waaqayyo Akka Nuuf Yaadu​—⁠Akkamitti Beekna?

Rakkina Addunyaa Maraatiif Furmaata Argachuu

‘Yeroon Murame’ Dhihaateera

Dhugaasaa Beekuu Barbaaddaa? (§ Waraanniifi Rakkinni Ni Hafuu?) Dhugaasaa Beekuu

Hafuura Qulqulluu

Gaʼee Hafuurri Qulqulluun Hojii Uumamaarratti Qabu! Masaraa Eegumsaa, 2/15/2011

Hafuurri Qulqulluun Maali Dha?

Maree Macaafa Qulqulluurratti Hundaaʼe​—⁠Hafuurri Qulqulluun Maalidha? Masaraa Eegumsaa, 1/1/2011

❐ Masaraa Eegumsaa, 1/1/2010

Waa’ee Hafuura Qulqulluu Namoonni Yaada Addaddaa Kan Qabaatan Maaliifi?

Hafuurri Qulqulluun Maalidha?

Hafuura Qulqulluu​—⁠Humna Jireenyakee Keessatti Si Barbaachisu

Hafuura Qulqulluu Wajjin Wal Simanii Hojjechuu

❐ Masaraa Eegumsaa, 12/15/2011

Hafuura Waaqayyootiin Geggeeffamuu Kan Qabnu Maaliifi?

Namoota Amanamoo Bara Durii​—⁠Hafuura Waaqayyootiin Geggeeffaman

Jaarraa Tokkoffaafi Yeroo Harʼaatti Hafuura Waaqayyootiin Geggeeffamuu

Jireenyaafi Nagaa Argachuuf Akka Fedha Hafuuraatti Jiraadhaa Masaraa Eegumsaa, 11/15/2011

“Hafuurri Qulqulluun Waan Hundumaa . . . Qoree Bira In Gaʼa” Masaraa Eegumsaa, 7/15/2010

Hafuuraan Geggeeffamuudhaan Murtoo Keessanii Wajjin Walsimaa Jiraadhaa Masaraa Eegumsaa, 3/15/2010

“Hafuura Gubaa Qabaadhaa!” Masaraa Eegumsaa, 10/15/2009

Yihowaan “Warra Isa Kadhataniif Hafuura Qulqulluu Kenna!” Masaraa Eegumsaa, 1/1/2007

Hafuura Qulqulluu Gaddisiisuu

Dargaggootaa​—⁠dubbii Waaqayyootiin Geggeeffamaa Masaraa Eegumsaa, 11/15/2010 key. 18

Hafuura Yihowaa Isa Qulqulluu Hin Gaddisiisinaa! Masaraa Eegumsaa, 5/15/2010

Hafuura Qulqulluurratti Cubbuu Hojjetteettaa? Masaraa Eegumsaa, 8/1/2007

Samii

❐ Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Sabaa), Lakk. 6 2016

Gaaffii Qaamota Addunyaa Hafuuraa Keessa Jiran Ilaalchisee Kaʼu

Mulʼatawwan Qaamota Iddoo Ijaan Hin Argamne Jiranii

Samiin Maal Fakkaata? Masaraa Eegumsaa, 7/1/2010

Maleekota

❐ Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Sabaa), Lakk. 5 2017

Maleekonni Jireenya Kee Irratti Dhiibbaa Gochuu Dandaʼuu?

Maleekota Ilaalchisee Dhugaa Jiru

Maleekaa Dhuunfaatti Si Eegu Qabdaa?

Maleekonni Hamoon Jiruu?

Maleekonni Si Gargaaruu kan Dandaʼan Akkamitti?

Macaafni Qulqulluun Maal Jedha?: Maleekota Dammaqaa!, Lakk. 3 2017

Qaamonni Hafuuraa​—⁠Nu Miidhuu Kan Dandaʼan Akkamitti? Barumsa Macaafa Qulqulluu, boq. 10

Maleekota Ilaalchisee Dhugaan Isaa Maali Dha? Maal Nu Barsiisa, boq. 10

Ergamoota​—⁠“hafuurota Nama Tajaajilan” Masaraa Eegumsaa, 5/15/2009

Ergamoonni Namoota Kan Gargaaran Akkamitti? Masaraa Eegumsaa, 4/1/2007

Gargaarsa Ergamoota Waaqayyoorraa Argamu Barsiisaa, boq. 11

Walitti Dhufeenya Yihowaan Namoota Wajjin Qabu

Akkasumas mata dureewwan armaan gadii ilaali: Jireenya Kiristiyaanummaa ➤ Yihowaatti Dhihaachuu

Akkasumas birooshuroota armaan gadii ilaali:

Michuu Waaqayyoo

Gara Yihowaatti Deebiʼi

“Yaahiin Jajadhaa!”​—⁠Maaliif? Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qoʼannaa), 7/2017

❐ Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qoʼannaa), 7/2016

Namoota Gaarummaa Waaqayyoo isa Guddaa Galataan Fudhatan

Misiraachoo Gaarummaa isa Guddaa Babalʼisaa

Yihowaan ‘Isiniif ni Yaada’ Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qoʼannaa), 6/2016

❐ Masaraa Eegumsaa, 9/15/2015

Yihowaan Jaalala Kan Nutti Argisiise Karaawwan Kamiini?

Yihowaa Akka Jaallannu Akkamitti Argisiisuu Dandeenya?

Walitti Dhufeenyi Yihowaa Wajjin Qabdu Hammam Cimaa Dha? Masaraa Eegumsaa, 4/15/2015

Kaayyoo Yihowaa Keessatti Dubartoonni Gahee Akkamii Qabu? Masaraa Eegumsaa, 8/15/2014

Yihowaan Kan Nutti Dhihaatu Akkamitti? Masaraa Eegumsaa, 8/15/2014

❐ Masaraa Eegumsaa, 7/15/2014

‘Yihowaan Warra Kansaa Taʼan In Beeka’

Sabni Yihowaa ‘Jalʼinarraa’ Ni Fagaatu

Eegumsa Yihowaa Ni Dinqisiifattuu? Masaraa Eegumsaa, 4/15/2014

Yihowaa Michuu Keenya Isa Gaarii Masaraa Eegumsaa, 2/15/2014

‘Eenyutu Yaada Waaqayyoo Beeka?’ Masaraa Eegumsaa, 10/15/2010

“Jaalala Waaqayyoo Keessatti Of Eegaa” Masaraa Eegumsaa, 8/15/2009

Waaqayyotti Dhihaadhu: Inni Rakkina Keenya Ni Hubata Masaraa Eegumsaa, 7/1/2009

Waaqayyotti Dhihaadhu: Abbaa Firdii Yeroo Hundumaa Wanta Sirrii Ta’e Raawwatu Masaraa Eegumsaa, 4/1/2009

❐ Masaraa Eegumsaa, 10/15/2008

“Agartuun” Yihowaa Hundumaa Qoree Ilaala

Yihowaan Faayidaa Keenyaaf Jecha Nu Ilaala

“Jaalalli Waaqayyoo Isakana’oo” “Jaalala Waaqayyoo,” boq. 1

Waaqayyo Hundumarra Ni Caala Barsiisaa, boq. 8

Jajjabina Eessaa Argachuu Dandeenya? Barsiisaa, boq. 31

Dhuguma ‘Waaqayyotti Dhihaachuu’ Ni Dandeessaa? Yihowaatti Dhihaadhu, boq. 2

Wanti Akkamiiyyuu ‘Jaalala Waaqayyoorraa Gargar Nu Baasuu’ Hin Dandaʼu Yihowaatti Dhihaadhu, boq. 24

‘Waaqayyotti Dhihaadhu, Innis Sitti In Dhihaata’ Yihowaatti Dhihaadhu, boq. 31

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi