Ittiin Baafata
Bitootessa 15, 2012
© 2012 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania. Mirgi abbummaa seeraan eegamaadha.
Maxxansa Qayyabannaa
MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
EBLA 30, 2012–CAAMSAA 6, 2012
Namoonni ‘Hirribaa Akka Dammaqan’ Gargaaraa
FUULA 10 • FAARFANNAA: 32, 44
CAAMSAA 7-13, 2012
Miira Ariifannaa Keessan Eegaa Jiraadhaa
FUULA 15 • FAARFANNAA: 43, 47
CAAMSAA 14-20, 2012
FUULA 20 • FAARFANNAA: 54, 55
CAAMSAA 21-27, 2012
Wantoota ‘Gara Booddeetti’ Hafan Hin Ilaalinaa
FUULA 25 • FAARFANNAA: 20, 17
KAAYYOO MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
MATADUREEWWAN QAYYABANNAA 1, 2 FUULA 10-19
Barumsi amantii sobaa namoonni miliyoonaan lakkaaʼaman karaa hafuuraa akka mugan ykn akka rafan godheera. Matadureewwan kun lamaan namoota akkamitti akka dammaqsinuufi kana gochuun maaliif ariifachiisaa akka taʼe ibsu. Akkasumas miira ariifannaa keenya eegnee jiraachuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼeefi ariitiidhaan lallabuu jechuun maal jechuu akka taʼe addeessu.
MATADUREE QAYYABANNAA 3 FUULA 20-24
Phexros, Kiristiyaanonni dibamoon ‘abdii jiraataa’ akka qaban barreesseera. (1 Phe. 1:3) Kun taʼuu kan dandaʼe akkamitti? Abdii “hoolota kan biraa” wajjinoo kan wal qabate akkamitti? (Yoh. 10:16) Matadureen kun abdii keessanitti gammaduufi hawwiidhaan kan eeggattan maaliif akka taʼe hubachuuf isin gargaara.
MATADUREE QAYYABANNAA 4 FUULA 25-29
Yesus, “Haadha manaa Loox yaadadhaa!” jedhee akeekkachiiseera. (Luq. 17:32) Yommuu akkas jedhu maal jechuusaa ture? Matadureen kun kallattiiwwan akeekkachiisa kana ittiin hojiirra oolchuu dandeenyu sadan beekuuf nu gargaara. Akeekkachiisa kana keessaa hojiirra oolchuun kan isin barbaachisu jiraa?
MATADUREEWWAN DABALATAA
3 ‘Wanti Namatti Tolu Bara Hundumaa Mirgakee Jiraʼ
7 Gorsa Kan Kennitu Akkamitti?
32 “Suuraa Isin Kaafachuu Dandeenyaa?”
FAKKII QOLASAARRA JIRU: Dargaggoonni biyya Maalaawwii jiraatan hedduun kitaaba Gaaffii Dargaggootaa jedhamurraa hiriyoota mana barumsaasaaniitiif yaada gaariifi nama hawwatu hiraniiru
MAALAAWWII
BAAYʼINA UUMMATAA
13,077,160
BAAYʼINA BABALʼISTOOTAA
79,157
IJAARSA GALMA MOOTUMMAA
1,031 bara 1998 jalqabee