LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w15 4/15 ful. 1-2
  • Ittiin Baafata

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ittiin Baafata
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2015
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
  • MATADUREEWWAN QAYYABANNAA
  • MATADUREEWWAN DABALATAA
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2015
w15 4/15 ful. 1-2

Ittiin Baafata

Ebla 15, 2015

© 2015 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania

MATADUREEWWAN QAYYABANNAA

WAXABAJJII 1-7, 2015

Jaarsoliin Gumii, Warra Kaan Leenjisuu Ilaalchisee Maaltu Isinitti Dhagaʼama?

FUULA 3 • FAARFANNAA: 42, 53

WAXABAJJII 8-14, 2015

Jaarsoliin Warri Kaan Gaʼumsa Akka Qabaatan Leenjisuu Kan Dandaʼan Akkamitti?

FUULA 9 • FAARFANNAA: 45, 42

WAXABAJJII 15-21, 2015

Walitti Dhufeenyi Yihowaa Wajjin Qabdu Hammam Cimaa Dha?

FUULA 19 • FAARFANNAA: 51, 11

WAXABAJJII 22-28, 2015

Yeroo Hunda Yihowaatti Amanamaa!

FUULA 24 • FAARFANNAA: 27, 49

MATADUREEWWAN QAYYABANNAA

▪ Jaarsoliin Gumii, Warra Kaan Leenjisuu Ilaalchisee Maaltu Isinitti Dhagaʼama?

▪ Jaarsoliin Warri Kaan Gaʼumsa Akka Qabaatan Leenjisuu Kan Dandaʼan Akkamitti?

Jaarsoliin gumii, obboloota muuxannoo hin qabne leenjisuun isaanii hammam barbaachisaa dha? Malawwan leenjisuu irratti buʼa qabeessa taʼan kam faʼi? Jaarsoliinis taʼan obboloonni leenjiʼan Saamuʼel, Eliyaasii fi Elsaaʼii irraa maal barachuu dandaʼu? Mata dureewwan lamaan kana keessatti deebii gaaffiiwwan kanaa ni ilaalla.

▪ Walitti Dhufeenyi Yihowaa Wajjin Qabdu Hammam Cimaa Dha?

▪ Yeroo Hunda Yihowaatti Amanamaa!

Yihowaa wajjin walitti dhufeenya cimaa qabaachuun keenya haalawwan rakkisaa dandamachuuf nu dandeessisa. Mata dureewwan lamaan kun, isaa wajjin wal qunnamuudhaan, akkasumas haala akkamii keessatti iyyuu isatti amanamuudhaan walitti dhufeenya dhuunfaatti Yihowaa wajjin qabnu cimsachuu kan dandeenyuu akkamitti akka taʼe ibsu.

MATADUREEWWAN DABALATAA

14 Eebbawwan ‘Yeroo Mijataa Taʼettii Fi Yeroo Rakkisaa Taʼetti’ Argaman

29 Gumiidhaa Nama Baasuun Qophii Jaalala Irratti Hundaaʼe Dha Kan Jennu Maaliifi?

32 Mukti Murame Deebiʼee Latuu Ni Dandaʼaa?

COVER: FAKKII QOLA ISAA IRRA JIRU: Jaarsi gumii tokko, Kaawluunitti Daandii Haayifoon irratti tajaajila addaa magaalaa gurguddaa keessatti raawwatamu irratti tajaajilaa gumii tokko utuu leenjisuu

HOONGI KOONGI

BAAYʼINA UUMMATAA

7,234,800

BABALʼISTOOTA

5,747

QAYYABANNAA MACAAFA QULQULLUU

6,382
Fakkii fuula 2⁠rra jiru
180,000+

Gaariin barreeffamoonni irra kaaʼaman, minjaallii fi meeshaaleen tajaajila kanaaf barbaachisan garaa garaa, karaa waajjira damee Hoongi Koongi bitamanii addunyaa maratti raabsamu

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi