LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • wp20 Lakk. 1 ful. 16
  • Dhugaan Faayidaa Akkamii Siif Argamsiisa?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Dhugaan Faayidaa Akkamii Siif Argamsiisa?
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2020
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • MAAL GOCHUU QABDA?
  • ‘Inni Siif Ni Yaada’
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2019
  • Gaaffiiwwan Kunneen Si Yaaddessuu?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2020
  • Waaqayyotti Dhihaachuu ni Dandeessa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2019
  • Yeroo Gara Fuulduraatiif Ilaalcha Akkamii Qabda?
    Yeroo Gara Fuulduraatiif Ilaalcha Akkamii Qabda?
Dabalataan Ilaaluuf
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2020
wp20 Lakk. 1 ful. 16

Dhugaan Faayidaa Akkamii Siif Argamsiisa?

Waaqayyo inni yeroo hunda dhugaa dubbatu abdii “jireenya bara baraa” akka qabaattu si affeereera.—Yohaannis 3:16.

MAAL GOCHUU QABDA?

Shamarreen takka kaaffee keessa teessee meeshaa elektiroonikii ishiirraa Kitaaba Qulqulluu yommuu dubbistu
  • Wanta Dubbiin Waaqayyoo inni dhugaan jedhu baradhu.—Yohaannis 17:3, 17.

  • Waaqayyoof ajajamuuf filadhu.—Keessa Deebii 30:19, 20.

  • Jireenya kee keessatti qajeelfama Waaqayyoo hojiirra oolchi.—Yaaqoob 1:25.

Dhugaa Baatonni Yihowaa addunyaa maratti argaman dhugaa Kitaaba Qulqulluu barachuudhaan faayidaa hedduu argachaa jiru. Wanta baratan sitti himuun isaan gammachiisa.

Dhugaawwan Kitaaba Qulqulluu dabalataa barachuuf birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamuu fi Dhugaa Baatota Yihowaatiin qophaaʼe ilaali; weebsaayitii jw.org/om irrattis ni argama.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi