LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 11/07 ful. 3
  • Saanduqa Gaaffii

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Saanduqa Gaaffii
  • Tajaajila Mootummaa—2007
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Xalayaa Akka Fakkeenyaatti Dhihaate
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Qophii Namoota Gargaaruuf Godhame
    Tajaajila Mootummaa—2004
  • Misiraachicha Babalʼisuuf Tiraaktotatti Fayyadamaa
    Tajaajila Mootummaa—2012
  • Saanduqa Gaaffii
    Tajaajila Mootummaa—2011
Tajaajila Mootummaa—2007
km 11/07 ful. 3

Saanduqa Gaaffii

◼ Teessoo ‘e-mail’ dhuunfaadhaan itti fayyadamnu barreeffama raabsinutti qabsiisnee ykn barreessinee namootaaf kennuun sirriidhaa?

Babal’istoonni tokko tokko teessoo ‘e-mail’ dhuunfaasaanii barruulee ykn tiraaktota raabsanirratti barreessuudhaan namootaaf kennu. Kanaanis namoonni barruulee fudhatan odeeffannoo dabalataa argachuuf babal’isaa kana qunnamuu danda’u. Carraaqqiin namoota fedhii argisiisan gargaaruuf taasifamu akkasii gaarummaadhaan ta’uu danda’a. Haata’u malee, Weeb saayitiin jaarmiyaa keenyaa beekamaa ta’e barruuleefi tiraaktotarratti maxxanfamaniiru. Kanaafuu, barreeffamoota raabsinurratti teessoo ‘e-mail’ dhuunfaadhaan itti fayyadamnu barreessuu dhiisuun baay’ee gaariidha.

Babal’isaan tokko namoonni inni naannoo tajaajilaatti argatu keessumaammoo namni inni deddeebii gaaffii godhuuf akka isa qunnamu yoo barbaade, waraqaa cittuurratti teessoosaa barreessee kennuun murtoo dhuunfaasaati. Namoonni fedhii argisiisan odeeffannoo isaanii kennineen nu qunnamu jennee dhiisuu mannaa, ofii keenyaan kakaanee isaan gaafachuu qabna. Namaaf yaaduun keenya caalaatti kan mul’atu, namicha sanaa wajjin fuulaa fuulatti yoo haasofnedha.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi