LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 1/08 ful. 8
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
  • Tajaajila Mootummaa—2008
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2006
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2007
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2008
  • Barruulee Raabsuuf Maal Jennee Jalqabna?
    Tajaajila Mootummaa—2005
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2008
km 1/08 ful. 8

Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

MASARAA EEGUMSAA Mud. 1

“Gaaffii kanaaf deebii akkamii laatta? [Gaaffii fuula duraarra jiru dubbisi. Achiis hanga deebii kennutti eegi.] Sanyii ilmaan namootaa tokko gochuun kaayyoo Waaqayyooti. [Faarfannaa 46:8, 9 dubbisi.] Barruun kun haala tokkummaan itti argamu ilaalchisee wanta Macaafni Qulqulluun jedhu ibsa.”

Dammaqaa! Mud.

“Michuuwwan keenya warri du’an deebi’anii jiraatu jettee yaaddaa? [Hanga deebii kennutti eegi.] Macaafni Qulqulluun karaan itti du’a jalaa ba’amu akka jiru dubbata. [Faarfannaa 68:20 dubbisi.] Barruun kun du’a booda jireenyi hin jiru jennee sodaachuu kan hin qabne maaliif akka ta’e ibsa.”

MASARAA EEGUMSAA Mud. 15

“Namoonni baay’een guyyoota ayyaanaatti gaarummaafi gara laafina argisiisu. Utuu namoonni yeroo hundaa gara laafina akkasii argisiisanii biyyi lafaa bakka gaarii taati jettee yaaddaa? [Hanga deebii kennuutti eegi.] Achiis 1 Pexros 3:8 dubbisiif.] Barruun kun faayidaa gara laafinni qabuufi karaawwan amala kana itti argisiisuu dandeenyu tokko tokko ibsa.”

Dammaqaa! Ama.

“Seenaa keessatti loogiiniifi dabni dubartootarra ga’aa tureera. Kun kan ta’e maaliif sitti fakkaata? [Hanga deebii kennutti eegi.] Abbaan manaa haadha manaasaa akkamitti qabuu akka qabu Macaafni Qulqulluun maal akka barsiisu ilaali. [1Pexros 3:7 dubbisiif.] Barruun kun Waaqayyoofi Kiristos dubartootaaf ilaalcha akkamii akka qaban wanta Macaafni Qulqulluun jedhu ibsa.”

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi