LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 1/05 ful. 6
  • Barruulee Raabsuuf Maal Jennee Jalqabna?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Barruulee Raabsuuf Maal Jennee Jalqabna?
  • Tajaajila Mootummaa—2005
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2006
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2007
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2008
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2004
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2005
km 1/05 ful. 6

Barruulee Raabsuuf Maal Jennee Jalqabna?

MASARAA EEGUMSAA Sad. 1

“Namoonni baay’een, bulchitoonni rakkoowwan yeroo har’aa jiran hiikuuf dandeettii qabu jedhanii hin amanan. Bulchaan wantoota asirratti dubbataman kana raawwachuuf dandeettii kan qabu jira jettee yaaddaa? [Faarfannaa 72:7, 12, 16 dubbisiifiitii hanga deebii kennutti eegi.] Barruun kun, bulchaan raajiidhaan himame kun eenyu akka ta’eefi innis maal akka raawwatu ibsa.”

Dammaqaa! Sad. 2004

“Namoota afur keessaa namni tokko jireenyasaa keessatti yeroo ta’e tokkotti dhukkuba sammuutiin akka rakkatu tilmaamameera. Baay’een keenya nama dhukkuba akkasii irra ga’e beekna. [Gara mata durichaatti geessi.] Mata dureen kun, namni nuyi jaallannu tokko dhukkuba kanaan yoo qabame, maal gochuu akka dandeenyu yaadawwan nu gargaaran kenna.”

MASARAA EEGUMSAA Sad. 15

“Namoonni baay’een fayyaa guutuu qabaachuufi yeroo dheeraadhaaf jiraachuu barbaadu. Utuu danda’ame bara baraaf jiraachuu hin barbaadduu? [Hanga deebii kennutti eegiitii, Yohannis 17: 3 dubbisiif.] Barruun kun, jireenya bara baraa ilaalchisee abdii Macaafni Qulqulluun kennu dubbata. Akkasumas, abdiin kun yeroo raawwatamutti jireenyi maal akka fakkaatu ibsa.”

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi