LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 1/04 ful. 4
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
  • Tajaajila Mootummaa—2004
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2006
  • Barruulee Raabsuudhaaf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenyaa?
    Tajaajila Mootummaa—2003
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2007
  • Barruulee Raabsuuf Maal Jennee Jalqabna?
    Tajaajila Mootummaa—2005
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2004
km 1/04 ful. 4

Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

MASARAA EEGUMSAA Sad. 1

“Hundi keenya yeroo ta’e tokkotti namni amannu tokko nu ganee ta’a. ‘Namnin amanuu danda’u jiraa?’ jettee of gaafattee beektaa? [Hanga deebii kennutti eegiitii, Fakkeenya 3:5 dubbisiif.] Barruun kun, guutummaatti Waaqayyootti amanamuu kan dandeenyu maaliif akka ta’e ni ibsa. Akkasumas, namoota amanuu dandeenyu akkamitti filachuu akka dandeenyu ibsa.”

Damaqaa! Sad. 2003

“Waggoota dhihootii as, haalli qilleensa naannoo addunyaa mararratti balaa guddaa geessisaa jira. Rakkoo kana hambisuuf maaltu godhamuu danda’a jettee yaadda? [Hanga deebii kennutti eegi.] Barruun kun, ka’umsi jijjiirama qilleensaafi furmaanni Macaafa Qulqulluurratti galmeeffame maal akka ta’e ibsa.”​—Isaayaas 35:1 dubbisiif.

MASARAA EEGUMSAA Sad. 15

“Waggoota darbanitti, namoonni baay’een, guyyaa tokko lafti jannata ni taati jedhanii amanu turan. Yeroo har’aa, namoonni tokko tokko badii ooluusheeyyuu ni shakku. Atihoo fulduratti lafti kun maal taati jettee yaadda? [Hanga deebii kennutti eegi.] Kana ilaalchisee Macaafni Qulqulluun maal akka jedhu ilaali. [Faarfannaa 37:11 dubbisiif.] Barruun kun, Macaafni Qulqulluun lafa kana ilaalchisee maal akka raajesse yaada dabalataa kenna.”

Nov. 22

“Namoonni tokko tokko naannoosaanii karaa sirraa’uu hin dandeenyeen akka manca’e itti dhaga’ama. Haalli kun abdii hin qabu jettee yaaddaa? [Hanga deebii kennutti eegi.] Kaayyoon Waaqayyoo, lafti kun iddoo kosiin itti kuufamu akka taatuuf hin turre. [Isaayaas 45:18 dubbisiif.] Barruun kun, lafti badiirraa akkamitti akka ooltu ibsa.”

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi