LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 2/08 ful. 8
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
  • Tajaajila Mootummaa—2008
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2007
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2006
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2008
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenyaa?
    Tajaajila Mootummaa—2003
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2008
km 2/08 ful. 8

Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

MASARAA EEGUMSAA Ama. 1

“Yaada gaarii tokko Dubbii Waaqayyoo keessaa utuun sitti argisiisee natti tola. Wanti kun dhugaa mitii? [Yaaqoob 3:2 dubbisiif.] Matadureen kun, gorsa Macaafni Qulqulluun dubbii dubbannuun miseensota maatii keenyaa miidhuurraa akka fagaannu nu gargaaru qabateera.” Mataduree ful. 10⁠rra jiru itti argisiisi.

Dammaqaa! Ama.

“Namoonni bu’aa ba’ii jireenyaa akka mo’an gargaaruuf carraaqqii gochaa jirra. Fakkeenyaaf gaa’elli hundi rakkina mataasaa qaba. Abbaan manaafi haati manaa, gorsa amansiisaa eessa argachuu danda’u jettee yaadda? [Hanga deebii kennutti eegi.] Qajeelfama gaarii kana qalbeeffadhu. [Efesoon 5:22,25 dubbisiif.] Matadureen kun haati manaa abbaa manaasheetiif abboomamuu qabdi jechuun maal jechuu akka ta’e ibsa.” Mataduree ful. 28⁠rra jiru itti argisiisi.

MASARAA EEGUMSAA Ama. 1

“Caqasa baay’ee beekamaa ta’e tokko sitti argisiisuu dhufne. Namoonni hedduun Mootummaan Waaqayyoo akka dhufu kadhatu. Fakkeenyaaf, kadhannaa beekamaa Yesus duuka buutotasaa barsiise kana qalbeeffadhu. [Maatewos 6:9, 10 dubbisiif.] Mootummaan kun maal akka ta’eefi yoom dhufa jettee gaafattee beektaa? [Hanga deebii kennutti eegi.] Barruun kun Macaafni Qulqulluun dhimma kana ilaalchisee maal akka jedhu ibsa.”

Dammaqaa! Ama.

“Faayidaa guddaa ogummaan Waaqayyoo qabu namootatti argisiisaa jirra. Seenaa hunda keessatti loogiifi dabni dubartootarra ga’eera. Kun kan ta’e maaliif sitti fakkaata? [Hanga deebii kennutti eegi.] Abbootiin manaa haadhotii manaasaanii akkamitti kunuunsuu akka qaban ilaalchisee, wanta Macaafni Qulqulluun jedhu qalbeeffadhu. [1 Phexros 3:7 dubbisiif.] Barruun kun Waaqayyoofi Kiristos dubartootaaf ilaalcha akkamii akka qaban ibsa.”

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi