LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 2/06 ful. 8
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
  • Tajaajila Mootummaa—2006
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2007
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2008
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenyaa?
    Tajaajila Mootummaa—2003
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2006
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2006
km 2/06 ful. 8

Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

MASARAA EEGUMSAA Mud. 1

“Namoonni jecha Armaagedoon jedhu yommuu dhaga’an kan isaanitti mul’atu badiisa dimshaashaa suukanneessaa ta’edha. [Saanduqa ful. 3⁠rra jiru itti argisiisi.] Haata’u malee, Armaagedoon bu’aa kan nuuf qabu ta’uusaa beekuun kee si hin dinqisiisuu?” [Hanga deebii kennutti eegi.] Barruun kun sababii itti akkas jennee dubbannuuf ibsa.” 2 Phexros 3:​13 dubbisi.

Dammaqaa! Mud. 2005

“Kanan dhufe namni hundi gara fuulduraatti mana jireenyaa mijaa’aa ta’e akka qabaatu sitti himuufidha. Yeroo ammaatti namoonni baay’een mana jireenyaa kan hin qabne ta’uunsaanii nama hin gaddisiisuu? [Hanga deebii kennutti eegiitii, Isaayaas 65:​21, 22 dubbisiif.] Barruun kun sababii manni jireenyaa itti dhibe ibsa. Kan malees, Waaqayyo abdii caqasa amma dubbisne kanarratti argamu akkamitti akka raawwatu ibsa.”

MASARAA EEGUMSAA Mud. 15

“Namoonni baay’een tibbi ayyaanaa yeroo daldalli cimaan itti geggeeffamu ta’uunsaa isaan yaaddessa. Ayyaanni kun kaayyoosaarraa waan kaate sitti hin fakkaatuu? [Hanga deebii kennutti eegi.] Barruun kun barsiifanni ayyaanaa yeroodhaa gara yerootti akkamitti akka jijjiiramaa dhufan ibsa. Akkamitti Waaqayyoofi Yesusiif ulfina dhugaa kennuu akka dandeenyus ni ibsa.” Yohannis 17:3 dubbisi.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi