LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 3/09 ful. 2
  • Sagantaa Torban Bitootessa 16 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Bitootessa 16 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2009
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN BITOOTESSA 16 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2009
km 3/09 ful. 2

Sagantaa Torban Bitootessa 16 Jalqabu

TORBAN BITOOTESSA 16 JALQABU

Faarfannaa 21 (191)

❑ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

fy boq. 3 key. 7-15

❑ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:

Dubbisa M.Q.: Uumama 43-46

Lak. 1: Uumama 44:1-17

Lak. 2: Yesus Amma Dhumaatti Amanamaa Ta’eera (bh boq. 4 key. 20-22)

Lak. 3: Raajiiwwan Macaafa Qulqulluu Sirriifi Amanamaa Ta’uunsaanii Mirkaneeffameera (rs ful. 156 key. 2-5)

❑ Walga’ii Tajaajilaa:

Faarfannaa 22 (130)

Daq. 5: Beeksisa.

Daq. 10: Maqaan Yihowaa Jedhu Maal Argisiisa. Kitaaba Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii jedhu ful. 274, key. 2-5⁠rratti hundaa’uudhaan haasawaa miira ho’aan dhihaatu.

Daq. 10: Kitaaba Waggaa 2009 Akka Gaariitti Fayyadamaa. Haasawaafi maree dhaggeeffattootaa wajjin godhamu. Mataduree “Xalayaa Qaama Olaanaarraa Ergame” jedhurratti mari’adhaa. Babal’istoonni muuxannoo Kitaaba Waggaarraa argataniifi isaan jajjabeesse tokko tokko gabaabsanii akka dubbatan dursii qopheessi. Dhaggeeffattoonni gabaasa addunyaa maraa dhihaaterraa kan isaan tuqerratti yaada akka kennan afeeri. Ingiliffa kan danda’an guutummaa kitaabichaa akka dubbisan jajjabeessuudhaan xumuri.

Daq. 10: “Kitaaba “Jaalala Waaqayyoo” Jedhutti Fayyadamnee Macaafa Qulqulluu Qayyabsiisuu Kan Dandeenyu Akkamitti?” Yaada seensaa daqiiqaa tokko hin guunneen jalqabamee gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu.

Faarfannaa 11 (85)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi