LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 1/10 ful. 3
  • Torban Amajjii 25 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Torban Amajjii 25 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2010
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN AMAJJII 25 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2010
km 1/10 ful. 3

Torban Amajjii 25 Jalqabu

TORBAN AMAJJII 25 JALQABU

Faarfannaa 27

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

lv boq. 2 key. 12-21fi saanduqa ful. 24⁠rra jiru

□ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:

Dubbisa M.Q.: Abo. 5-7

Lak. 1: Abo. 7:1-11

Lak. 2: “Ejjituu Ishee Guddittii” Mul’ata 17:1⁠rratti Ibsamte Akkamitti Adda Baasnee Beekuu Dandeenya?

Lak. 3: Maatiin Gammachuu Argachuu Kan Danda’u Akkamitti? (fy ful. 9-12 key. 15-23)

□ Walga’ii Tajaajilaa:

Faarfannaa 12

Daq. 5: Beeksisa.

Daq. 10: Barreeffama ji’a Guraandhalaatti Raabsamu. Bifawwan gaggaarii barreeffamni ji’a kanatti raabsamu qabu gabaabsii ibsi. Babal’isaan tokko karaa alidilee ta’een akkamitti qayyabannaa Macaafa Qulqulluu akka jalqabsiisu kan argisiisu hojiin argisiisni akka dhihaatu godhi.

Daq. 20: “Yeroo Gara Biraatti Dabarsaa Jirtaa?” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Jaarsaan kan dhihaatu. Dhumarratti keeyyata isa xumuraa dubbisi. Babal’isaan tokko kaayyoo kaardii Qajeelfama Yaalii Fayyaa doktoorasaatiif yeroo ibsu kan argisiisu hojiin argisiisni akka dhihaatu godhi. Koppii kaardii kanaa doktoorasaatiif kenna; achiis, wanta achirratti ibsame gabaabsee erga ibseefii booda, galmee dhuunfaasaa keessa akka isaaf kaa’u isa gaafata.

Faarfannaa 29

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi