Torban Sadaasa 8 Jalqabu
TORBAN SADAASA 8 JALQABU
□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
lv boq. 14 key. 10-14; saanduqa ful. 164-165; kutaa dabalataa ful. 222-223
□ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:
Dubbisa M.Q.: 1 Sen. 21-25
Lak. 1: 1 Sen. 22:11-19
Lak. 2: Jaalala Dhugaadhaaf Qabnu Guddisuu Keenya Itti Fufuu Kan Dandeenyu Akkamitti?
Lak. 3: Wanta Ijoolleef Barbaachisu Guutuu Jechuun Maal Jechuudha? (fy ful. 53-5 key. 6-9)
□ Walga’ii Tajaajilaa:
Daq. 5: Beeksisa.
Daq. 15: Carraa Dhugaa Ba’uuf Argatan Hundatti Fayyadamaa. (HoE. 16:13) Kitaaba Waggaa 2010, ful. 43, key. 1-2; ful. 59, key. 2; ful. 62, key. 2 hanga ful. 63, key. 1rratti hundaa’e mareedhaan kan dhihaatu. Muuxannoo hundumaarratti erga mari’attanii booda, dhaggeeffattoonni barumsa achirraa argatan akka dubbatan afeeri.
Daq. 15: “Midhaan Bilchaatee Haamaan Ga’eera.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu.