LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 1/11 ful. 3
  • Sagantaa Torban Amajjii 24 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Amajjii 24 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2011
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN AMAJJII 24 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2011
km 1/11 ful. 3

Sagantaa Torban Amajjii 24 Jalqabu

TORBAN AMAJJII 24 JALQABU

Faarfannaa 53 fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

we ful. 6 key. 2-6 (Daq. 25)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:

Dubbisa M.Q.: Iz. 6-10 (Daq. 10)

Lakk. 1: Iz. 7:1-17 (Daq. 4 ykn isaa gadi)

Lakk. 2: Yesus Mootii Ta’ee Bulchuuf Ga’umsa Akka Qabu Kan Argisiise Akkamitti? (Daq. 5)

Lakk. 3: Warra Kan Taatan Ijoollee Keessanii Wajjin Ifatti Mari’adhaa—fy ful. 64-6 key. 1-7 (Daq. 5)

□ Walga’ii Tajaajilaa:

Faarfannaa 30

Daq.5: Beeksisa. Barreeffama ji’a Guraandhalaatti raabsamu erga dubbate booda hojiin argisiisni tokko akka dhihaatu godhi.

Daq. 20: “Qophii Maatiiwwan Gargaaruuf Godhame.”—Kutaa 1. (Keeyyata 1-6fi saanduqa fuula 6⁠rratti argamu.) Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Yaadawwan saanduqa fuula 6⁠rratti argaman Waaqeffannaa Maatii galgalaa yeroo ittaanu godhanirratti akka itti fayyadaman jajjabeessi. Torban ittaanu yommuu keeyyatawwan hafanirratti mari’atamu, maatiinsaanii faayidaa akkamii akka argate ilaalchisee yaada kennuuf carraa isaaniif bana.

Daq. 10: Ji’aa Guraandhalaatti Barruulee Raabsuuf Qophaa’uu. Mareedhaan kan dhihaatu. Qabiyyee barruulee sanaa, daqiiqaa tokkoo hanga lamaa gidduutti ibsi. Achiis matadureewwan lama ykn sadii filadhuutii, gaaffiifi caqasa dhaggeeffattoonni yaada seensaasaanii keessatti itti fayyadamuuf yaadan gaafadhu. Barruuleen lamaanuu akkamitti akka raabsaman hojiin argisiisaan akka dhihaatu godhi.

Faarfannaa 32 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi