Sagantaa Torban Guraandhala 21 Jalqabu
TORBAN GURAANDHALA 21 JALQABU
Faarfannaa 17 fi Kadhannaa
□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
we ful. 14 hanga ful. 16 key. 1 (Daq. 25)
□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:
Dubbisa M.Q.: Nah. 12-13 (Daq. 10)
Lakk. 1: Nah. 13:15-22 (Daq. 4 ykn isaa gad)
Lakk. 2: Yihowaa Qofa Waaqeffachuu Jechuun Maal Jechuudha? (Daq. 5)
Lakk. 3: Adabniifi Kabajni Barbaachisaa Kan Taʼe Maaliifi?—fy ful. 71-2 key. 15-18 (Daq. 5)
□ Walgaʼii Tajaajilaa:
Daq. 5: Beeksisa.
Daq. 10: Yihowaan Namoota Isaaf Amanaman Hin Gatu. (Far. 37:28) Kitaaba Waggaa 2010 fuula 149, keyyata 2 hanga fuula 150, keyyata 4; akkasumas fuula 175, keyyata 2 hanga fuula 179, keyyata 5rratti hundaaʼee kan dhihaatu (fuula 176-177 hin dabalatu). Tokkoon tokkoon muuxannoowwan kanarratti erga mariʼattanii booda barumsa argatan ilaalchisee dhaggeeffattoonni yaada akka kennan gaafadhu.
Daq. 10: Tajaajilarratti Xumura Gaarii Fayyadamuu. Haasaa kitaaba Mana Barumsaa Tajaajilaa fuula 221, keyyata 5 hanga fuula 222. Yaada kitaabichaarratti hundaaʼuudhaan hojiin argisiisni gabaabaan tokko ykn lama haa dhihaatu.
Daq. 10: “Galma Mootummaa Keessaniif Kabaja Qabduu?” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu.
Faarfannaa 31 fi Kadhannaa