LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 4/11 ful. 2
  • Sagantaa Torban Ebla 18 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Ebla 18 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2011
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN EBLA 18 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2011
km 4/11 ful. 2

Sagantaa Torban Ebla 18 Jalqabu

TORBAN EBLA 18 JALQABU

Faarfannaa 17 fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

sp ful. 2-5 (Daq. 25)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Iyo. 28-32 (Daq. 10)

Lakk. 1: Iyo. 30:1-23 (Daq. 4 ykn isaa gad)

Lakk. 2: Hiikni Yohannis 5:18 Maalidha?—rs ful. 215 key. 4-5 (Daq. 5)

Lakk. 3: Dubbachuu Keenya Dura Irratti Yaaduu Kan Qabnu Maaliifi?—Fak. 16:23 (Daq. 5)

□ Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 54

Daq. 5: Beeksisa.

Daq. 10: Yommuu Namootaaf Ibsa Kennuun Barbaachisu. Haasaa kitaaba Mana Barumsaa Tajaajilaa, ful. 177, key. 2- ful. 178⁠rratti hundaaʼee dhihaatu. Hojiin argisiisa gabaabaa, namni Dhugaa Baatuu hin taaneefi hidhata hojiisaa taʼe tokko wanta itti amannu ilaalchisee yeroo babalʼisaa tokko gaaffii gaafatu argisiisu akka dhihaatu godhi. Babalʼisichi akkamitti deebii akka deebisu ofhaasii erga godhee booda gaaffii namni sun isa gaafateef deebii kenna.

Daq. 10: Saanduqa Gaaffii. Maree dhaggeeffattootaa wajjin godhamuun jaarsaan kan dhihaatu.

Daq. 10: Malawwan Misraachicha Lallabuun Itti Dandaʼamu—Manaa Gara Manaa. Haasaa kitaaba Fedha Yihowaa Raawwachuuf Gurmaaʼuu jedhamu, ful. 92 key. 3-ful. 95 key. 1⁠rratti hundaaʼee dhihaatu. Babalʼistoota wantoota gufuu isaanitti taʼan, jechuunis, dadhabina qaamaa ykn sodaa utuu qabanii mana gara manaatti lallaban tokko ykn lamaaf gaafannoo godhi. Carraaqqii gochuusaaniitiin eebba akkamii argatan?

Faarfannaa 26 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi