Sagantaa Torban Eblea 25 Jalqabu
TORBAN EBLA 25 JALQABU
Faarfannaa 14 fi Kadhannaa
□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
sp ful. 6-8 (Daq. 25)
□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:
Dubbisa M.Q.: Iyo. 33-37 (Daq. 10)
Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii (Daq. 20)
□ Walgaʼii Tajaajilaa:
Daq. 5: Beeksisa. “Barreeffamoota Gumii Keessatti Argamanitti Fayyadamaa.” Haasaadhaan kan dhihaatu. Barreeffamoota turan gumii keessa jiraniifi utuu hin raabsamin hafan dubbadhu.
Daq. 30: “Guyyaa Lamaaf Karaa Hafuuraa Jajjabina Arganna.” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Mataduree “Yaadachiisawwan Walgaʼii Koonyaa 2011” jedhurratti mariʼadhaa. Keeyyata 5rratti yeroo mariʼattan, ilaaltuun olaanaa tajaajilaa qophii gumiin keessan waraqaa afeerrii raabsuuf godhe akka dubbatu afeeri.
Faarfannaa 37 fi Kadhannaa