LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 6/11 ful. 2
  • Sagantaa Torban Waxabajjii 20 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Waxabajjii 20 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2011
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN WAXABAJJII 20 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2011
km 6/11 ful. 2

Sagantaa Torban Waxabajjii 20 Jalqabu

TORBAN WAXABAJJII 20 JALQABU

Faarfannaa 18 fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

dg boq. 1-2 (Daq. 25)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Far. 45-51 (Daq. 10)

Lakk. 1: Far. 48:1–49:9 (Daq. 4 ykn isaa gadi)

Lakk. 2: Yesus Nama Taʼuusaa Dura Samiirra Jiraachaa Turee?—rs ful. 218 key. 1-2 (Daq. 5)

Lakk. 3: Jireenyi Kennaa Erga Taʼee, Hojii Fayyina Keenyaa Wajjin Walii Galu Hojjechuu Kan Qabnu Maaliifi?—Rom. 6:23; Filp. 2:12 (Daq. 5)

□ Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 41

Daq. 5: Beeksisa.

Daq. 10: Barreeffama Jiʼa Adoolessaatti Raabsamu. Mareedhaan kan dhihaatu. Bifawwan barreeffamni jiʼa Adoolessaatti raabsamu qabu gabaabsi ibsi. Achiis akkaataan dhiheenyaa tokko ykn lama hojiin argisiisaan akka dhihaatu godhi.

Daq. 10: Afaan Mucoolii Keessaa. (Mat. 21:15, 16) Kitaaba Waggaa 2011 fuula 53 keeyyata 3 hanga fuula 58 keeyyata 1-2⁠rratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu. Muuxannoo hundarratti erga mariʼattanii booda, dhaggeeffattoonni barumsa akkamii akka irraa argatan gaafadhu.

Daq. 10: “Tajaajila Karaarratti Raawwatamuufi Buʼa Qabeessa Taʼe.” Ilaaltuun olaanaa tajaajilaa gaaffiifi deebiidhaan dhiheessa. Naannoo tajaajilaa keessaniif akka taʼutti dhiheessi. Yaadawwan mataduricha keessa jiran keessaa tokko ykn lama hojiin argisiisa gabaabaadhaan akka dhihaatu godhi.

Faarfannaa 16 fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi