Sagantaa Torban Onkoloolessaa 17 Jalqabu
TORBAN ONKOLOOLESSA 17 JALQABU
Faarfannaa 26 fi Kadhannaa
□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
dg boq. 11, key. 1-10 (Daq. 25)
□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:
Dubbisa M.Q.: Fak. 12-16 (Daq. 10)
Lakk. 1: Fak. 15:1-17 (Daq. 4 ykn isaa gadi)
Lakk. 2: Kadhannaawwan Fudhatama Qaban Yihowaadhaaf Akkuma Ixaana Urgaansaa Namatti Toluu Kan Taʼan Akkamitti?—Far. 141:2; Mul. 5:8 (Daq. 5)
Lakk. 3: Maatiiwwan Abbaa Yookiin Haadha Qofaan Bulan Gargaaruun Kan Dandaʼamu Akkamitti?—fy ful. 113-115, key. 23-27 (Daq. 5)
□ Walgaʼii Tajaajilaa:
Daq. 5: Beeksisa.
Daq. 10: Barumsa Akkamii Irraa Arganna? Mareedhaan kan dhihaatu. Maatewos 5:11, 12, 14-16, 23, 24 akka dubbifamu godhi. Caqasoonni kun tajaajila keenyarratti akkamitti nu gargaaruu akka dandaʼan mariʼadhaa.
Daq. 10: Namni Haasofsiistan Ija Ofiisaatiin Akka Argu Godhaa. Kitaaba Mana Barumsaa Tajaajilaa fuula 145rratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu. Hojiin argisiisni gabaabaan babalʼisaan tokko nama fedhii qabuufi Macaafa Qulqulluusaa keessa maqaan Waaqayyoo hin jirre tokko gargaaruuf deebiʼee yeroo dhaqu argisiisu akka dhihaatu godhi.
Daq. 10: “Dhugaa Baʼuurraa Duubatti Hin Jedhin.” Gaaffiif deebiidhaan kan dhihaatu. Muxxannoowwan yommuu mana barumsaatti lallaban argatan akka dubbatan gaʼeessotaafi ijoollee afeeri.
Faarfannaa 19 fi Kadhannaa