LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 4/12 ful. 9
  • Sagantaa Torban Ebla 20 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Ebla 20 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2012
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN EBLA 30 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2012
km 4/12 ful. 9

Sagantaa Torban Ebla 20 Jalqabu

TORBAN EBLA 30 JALQABU

Faarfannaa 43⁠fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

wp08 7/1 ful. 21 key. 1-ful. 22 key. 2 (Daq. 25)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Er. 32-34 (Daq. 10)

Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii (Daq. 20)

□ Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 21

Daq. 10: Beeksisa. Akkaataa dhiheenyaa barruulee dhiheenyatti baʼaniif kennametti fayyadamuudhaan, hojiin argisiisa jiʼa Caamsaatti Sanbadduraa isa jalqabaatti akkamitti qayyabannaa jalqabsiisuun akka dandaʼamu argisiisuu akka dhihaatu godhi.

Daq. 10: Amantii Ilaalchisee Mormii Kaʼuuf Deebii Kennuu. Kitaaba Ragaa Dhiheessuu, ful. 329, key. 3 hanga ful. 332, key. 3⁠rratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu. Yaadawwan achi keessatti argamanirratti hundaaʼuudhaan hojiin argisiisni gabaabaan tokko ykn lama akka dhihaatu godhi.

Daq. 10: Barumsa Akkamii Arganna? Mareedhaan kan dhihaatu. Hojiin Ergamootaa 4:1-13, 18-20 akka dubbifamu godhi. Seenaan kun tajaajila keenyarratti akkamitti nu gargaaruu akka dandaʼu mariʼadhaa.

Daq. 5: “Horii Sibiilaa Diddiimtuu Kan Akka Saantiima Lamaa.” Haasaadhaan kan dhihaatu.

Faarfannaa 13⁠fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi