LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 10/12 ful. 8
  • Sagantaa Torban Sadaasa 5 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Sadaasa 5 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2012
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN SADAASA 5 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2012
km 10/12 ful. 8

Sagantaa Torban Sadaasa 5 Jalqabu

TORBAN SADAASA 5 JALQABU

Faarfannaa 48⁠fi Kadhannaa

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

w09 10/15 ful. 5-7 key.12-17 (Daq. 30)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Yoe. 1-3 (Daq. 10)

Lakk. 1: Yoe. 2:17-27 (Daq. 4 ykn isaa gad)

Lakk. 2: Yaada Fakkeenya 22:3⁠rra Jiru Hojiirra Oolchuu Kan Dandeenyu Akkamitti? (Daq. 5)

Lakk. 3: Dhugaa Baatonni Yihowaa Guyyoonni Gara Dhumaa Kan Jalqaban Bara 1914⁠tti Kan Jedhan Maaliifi?—rs ful. 239, key. 1-4 (Daq. 5)

□ Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 3

Daq. 10: Macca Dubartootaa Guddaa Misiraachoo Himan. (Far. 68:11) Maree Kitaaba Waggaa 2012, fuula 117, keeyyata 2 hanga fuula 118, keeyyata 2; akkasumas fuula 130, keeyyata 1, hanga 131, keeyyata 2⁠rratti hundaaʼee dhihaatu. Dhaggeeffattoonni barumsa akkamii akka argatan gaafadhu.

Daq. 10: Akka gumichaaf barbaachisutti itti fayyadamaa.

Daq. 10: Yaadawwan Jiʼa Sadaasaatti Barruulee Raabsuuf Gargaaran. Mareedhaan kan dhihaatu. Sababa barruuleen naannoo tajaajilaa keessaniif gaarii itti taʼan tokko tokko sekoondii 30 hanga 60 gidduutti ibsi. Achiis, matadureewwan qola Masaraa Eegumsaa jalatti baʼanitti fayyadamuudhaan, dhaggeeffattoonni gaaffii fedhii namaa kakaasu akkamii gaafachuufi caqasa kam dubbisuu akka yaadan akka dubbatan afeeri. Matadureewwan qola Dammaqaa! jala jiranii wajjin haala wal qabateenis akkasuma erga gootee booda, yoo yeroon si gaʼe barruulee lamaan keessaa isa tokkorraa mataduree kan biraa tokkorrattis ibsa kenni. Barruuleen lamaanuu akkamitti akka raabsaman hojiin argisiisaan akka dhihaatu godhi.

Faarfannaa 15⁠fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi