LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 9/13 ful. 3
  • Sagantaa Torban Fulbaana 23 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Fulbaana 23 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2013
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN FULBAANA 23 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2013
km 9/13 ful. 3

Sagantaa Torban Fulbaana 23 Jalqabu

TORBAN FULBAANA 23 JALQABU

Faarfannaa 5

□ Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

cl boq. 12, key. 7-15 (Daq. 30)

□ Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasii:

Dubbisa M.Q.: 2 Qor. 8-13 (Daq.10)

Lakk. 1: 2 Qor. 10:1-18 (Daq.4 ykn isaa gad)

Lakk. 2: Eenyufaatu Du’aa Ka’a? Isaanoo Eessa Jiraatu?—lr boq. 36 (Daq. 5)

Lakk. 3: Yaada 1 Qorontos 10:13⁠rra Jiru Akkamitti Hubanna? (Daq. 5)

□ Walga’ii Tajaajilaa:

Faarfannaa 43

Daq. 5: “Barreeffamakoo Yoo Fudhatte Anis Kankee Nan Fudhadha.” Mareedhaan kan dhihaatu. Dhaggeeffattoonni yaada akkasiitiif deebii milkaa’ina qabu kan kennan akkamitti akka ta’e gaafadhu.

Daq. 10: Waggaa Darbe Maal Raawwanne? Haasaa ilaaltuu olaanaa tajaajilaatiin dhihaatu. Wantoota gaggaarii raawwatamanirratti xiyyeeffachuudhaan, sochiiwwan gumichi waggaa darbe tajaajilarratti godhe kaasiitii galateeffadhu. Wanta gumichi waggaa dhufutti fooyyessuu qabu tokko ykn lama dubbadhu; achiis yaada fooyya’iinsa kana gochuuf gargaaru kenni.

Daq. 15: Barumsa Maalii Arganna? Mareedhaan kan dhihaatu. Hojiin Ergamootaa 16:19-40 akka dubbifamu godhi. Achiis seenaan kun tajaajilarratti akkamitti akka nu gargaaru mari’adhaa.

Faarfannaa 44⁠fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi