LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 2/14 ful. 2
  • Sagantaa Torban Guraandhala 17 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Guraandhala 17 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2014
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN GURAANDHALA 17 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2014
km 2/14 ful. 2

Sagantaa Torban Guraandhala 17 Jalqabu

TORBAN GURAANDHALA 17 JALQABU

Faarfannaa 15⁠fi Kadhannaa

Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

cl boq. 19, key. 9-17 (Daq. 30)

Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Uma. 29-31 (Daq. 10)

Lakk. 1: Uma. 29:21-35 (Daq. 4 ykn isaa gadi)

Lakk. 2: td 4A Macaafni Qulqulluun Dubbii Waaqayyoo Geggeessaa Hafuuraatiin Barreeffamedha (Daq. 5)

Lakk. 3: Addunyaa Haaraan Dhihaateera!—(bh boq. 3 key. 15-24) (Daq. 5)

Walgaʼii Tajaajilaa:

Faarfannaa 47

Daq. 10: Yeroo Lallabdan Jaalala Argisiisaa. Kitaaba Mana Barumsaa Tajaajilaa, fuula 118, keeyyata 1 hanga fuula 119, keeyyata 4⁠rratti hundaaʼee mareedhaan kan dhihaatu.

Daq. 5: Weeb Saayitii jw.org Jedhamu Tajaajilarratti Fayyadamaa Jirtuu? Mareedhaan kan dhihaatu. Dhaggeeffattoonni, muuxannoowwan gaarii Weeb Saayitii jw.org jedhamutti fayyadamuudhaan argatan akka dubbatan afeeri. Carraa argatan hundatti Weeb saayitii keenya akka beeksisan isaan jajjabeessi.

Daq. 15: “Tibbi Ayyaana Yaadannoo Kan Nama Gammachiisu Akka Taʼu Godhaa!” Gaaffiifi deebiidhaan kan dhihaatu. Obboloonni dhibee fayyaa kan qabaniifi hojiin kan isaanitti baayʼatu taʼaniyyuu qajeelchaa gargaaraa taʼuuf yaadan, tajaajilarratti hirmaannaasaanii guddisuuf sirreeffama akkamii gochuuf akka yaadan gaafadhu. Keeyyata 3⁠rratti yommuu mariʼattan, qophii tajaajilaa gumiin keessan jiʼoota Bitootessaa, Eblaafi Caamsaadhaaf godhe akka ibsu ilaaltuu olaanaa tajaajilaa afeeri

Faarfannaa 8⁠fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi