Sagantaa Torban Fulbaana 15 Jalqabu
TORBAN FULBAANA 15 JALQABU
Faarfannaa 15 Fi Kadhannaa
Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:
cl boq. 13 key. 1-10 (Daq. 30)
Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:
Dubbisa M.Q.: Lak. 26-29 (Daq. 10)
Lakk. 1: Lak. 27:15–28:10 (Daq. 4 ykn isaa gadi)
Lakk. 2: td 16A Siiʼol Bakka Namoonni Ibiddaan Itti Gubatan Miti (Daq. 5)
Lakk. 3: Lubbuudhaaf Ulfina Akka Kenninu Argisiisuu Kan Dandeenyu Akkamitti?—bh boq. 13 key. 1-9 (Daq. 5)
Walgaʼii Tajaajilaa:
Daq. 15: Maal Raawwanneerra? Haasaa ilaaltuu olaanaa tajaajilaatiin dhihaatu. Duula addaa jiʼa Hagayyaatti raawwatame dabalatee sochiiwwan gumichi waggaa darbe tajaajila irratti godhe dubbadhu. Wantoota gaggaarii raawwataman irratti xiyyeeffachuudhaan isaan galateeffadhu. Muuxannoo gaarii jiʼa Hagayyaatti argatan akka dubbatan dhaggeeffattoota afeeri; babalʼisaa hirmaannaa tajaajila irratti godhu balʼifate tokkoof gaafannoo godhi. Wanta gumichi waggaa dhufutti fooyyessuu qabu tokko ykn lama dubbadhu; achiis yaada fooyyaʼiinsa kana gochuuf gargaaru kennuudhaan xumuri.
Daq. 15: “Fakkeenya Raajotaa Hordofaa—Naahom.” Gaaffii fi deebiidhaan kan dhihaatu.
Faarfannaa 46 Fi Kadhannaa