LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 12/14 ful. 6
  • Sagantaa Torban Muddee 29 Jalqabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Sagantaa Torban Muddee 29 Jalqabu
  • Tajaajila Mootummaa—2014
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • TORBAN MUDDEE 29 JALQABU
Tajaajila Mootummaa—2014
km 12/14 ful. 6

Sagantaa Torban Muddee 29 Jalqabu

TORBAN MUDDEE 29 JALQABU

Faarfannaa 31⁠fi Kadhannaa

Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Gumii:

jl barumsa 13-14 (Daq. 30)

Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii:

Dubbisa M.Q.: Iya. 12-15 (Daq. 10)

Irra Deebii Mana Barumsaa Tajaajila Tiʼookraasii (Daq. 20)

Walgaʼii Tajaajilaa:

YAADA IJOO JIʼICHAA: Qabeenya gaarii adaraa nutti kenname keessaa “waan gaarii” baasuu.—Mat. 12:35a.

Faarfannaa 11

Daq. 20: Barattoota Macaafa Qulqulluufi Ijoollee Keessan Mana Dhugaa Keessa Jiran Irraa Jalaan “Waan Gaarii” Barsiisaa. (Mat. 12:35a) Mareedhaan kan dhihaatu. Caqasoota armaan gadiitti fayyadamuudhaan barattoota Macaafa Qulqulluufi ijoollee keenya warra dhugaa keessa jiranirraa wanta eeguu qabnu ibsi: 1 Qorontos 13:11; 1 Phexros 2:2, 3. ‘Dubbii hafuuraa akka aannanii miʼeeffachuu’ jechuun maal jechuu akka taʼeefi barattoonni Macaafa Qulqulluufi ijoolleen keenya akkas akka godhan gargaaruu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe ibsi. Seera buʼuuraa Maarqos 4:28⁠rratti argamus ibsi. (Masaraa Eegumsaa, Muddee 15, 2014, ful. 12, key. 6-8 ilaali.) Babalʼisaa muuxannoo qabu ykn warra, barataan Macaafa Qulqulluu ykn ijoolleensaa, karaa hafuuraa guddina akka argisiisan gargaare tokkoof gaafannoo godhi.—Efe. 4:13-15; Saanduqa Gaaffii Tajaajila Mootummaa Caamsaa 2014⁠rratti argamu ilaali.

Daq. 10: “Keessummaa Simachuudhaan ‘Waan Gaarii’ Warra Kaaniif Hiraa (Mat. 12:35a).” Mareedhaan kan dhihaatu. Obboloonni tokko tokko keessummaa simachuu isaaniitiin faayidaa ykn muuxannoo akkamii argatan? Obboloonni namoota, keessumaammoo obboloota tajaajila yeroo guutuu keessa jiran simachuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe akka dubbatan afeeri. Obboloota Betʼelii dhufanii haasaa dhiheessan nyaata afeeruuf qophii gumichi godhe ibsi.

Faarfannaa 50⁠fi Kadhannaa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi