LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Hagayya ful. 1
  • Ittiin Lixa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ittiin Lixa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • DAMMAQAA!
  • DAMMAQAA!
  • WAAQAYYOON DHAGGEEFFADHU BARABARAAFIS JIRAADHU
  • ITTIIN LIXA MATAA KEE QOPHEEFFADHU
  • Ittiin Lixa tajaajilaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Ittiin Lixa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Akkaataa Dhiheenyaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Ittiin Lixa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Hagayya ful. 1
Hiriyoonni gaaʼelaa dhugaa baatota taʼan Ostiriyaa, Veeyinaa keessatti intarkoomiitti fayyadamanii yommuu lallaban

Ostiriyaa, Veeyinaa keessatti intarkoomiitti fayyadamanii yommuu lallaban

Ittiin Lixa

DAMMAQAA!

Dammaqaa! Lakk. 3 | Barsiifata Kee Toʼachuu Kan Dandeessu Akkamitti?

Gaaffii: Namoonni barsiifata gadhee, barsiifata gaariidhaan bakka buusuuf carraaqqii gochuun isaanii barbaachisaa sitti hin fakkaatuu?

Caqasa: Lal 7:8a

Barreeffamicha Kennuuf: Mata dureewwan kun gorsa Kitaaba Qulqulluu karaa faayidaa nuuf argamsiisuun barsiifata keenya toʼachuuf nu gargaaru ibsu.

DAMMAQAA!

Gaaffii: Qajeelfamni kun hiriyoonni gaaʼelaa rakkoo tokko irratti yeroo mariʼatan isaan gargaaruu kan dandaʼu sitti fakkaataa?

Caqasa: Yaq 1:19

Barreeffamicha Kennuuf: [Mata duree fuula 10 irra jiru itti argisiisi.] Mata dureen kun dhimma kana ilaalchisee qajeelfama Kitaaba Qulqulluu dabalataa qabateera.

WAAQAYYOON DHAGGEEFFADHU BARABARAAFIS JIRAADHU

Waaqayyoon Dhaggeeffadhu Barabaraafis Jiraadhu

Gaaffii: Miseensota maatii keenyaa fi michoota keenya dabalatee hundi keenya maqaa qabna. Waaqayyo hoo maqaa qabaa? Taanaan maqaan isaa eenyu?

Caqasa: Far 83:18, NW

Barreeffamicha Kennuuf: Birooshurri kun wanta Kitaabni Qulqulluun waaʼee Waaqayyoo barsiisu kan biraas qabateera. [Fuula 6 fi 7 itti argisiisi.]

ITTIIN LIXA MATAA KEE QOPHEEFFADHU

Ittiin lixa mataa kee qopheeffachuuf haala fakkeenyonni armaan olii ittiin qophaaʼan hordofi

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi