LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • wp20 Lakk. 3 ful. 3
  • Waaqa Jaalalaa Irraa Eebba Bara Baraa Argachuu Dandeessa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Waaqa Jaalalaa Irraa Eebba Bara Baraa Argachuu Dandeessa
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2020
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Mata dureewwan armaan gadiitiif xiyyeeffannaa akka kennitu si affeerra:
  • Seensa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2020
  • Balaawwan Uumamaa Ilaalchisee Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?
    Deebii Gaaffii Kitaaba Qulqulluu
  • Eebba Bara Baraa Uumaan Keenya Kennu Argadhu
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2020
  • Amantii Uumaa Irratti Qabdu Cimsadhu
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2021
Dabalataan Ilaaluuf
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2020
wp20 Lakk. 3 ful. 3
Maatiin tokko gammachuudhaan yeroo waliin dabarsaa jiru. Abbaa fi haati harka wal qabatanii soofa irra taaʼu, ijoolleen immoo minjaala irratti fakkii kaasaa jiru.

Waaqa Jaalalaa Irraa Eebba Bara Baraa Argachuu Dandeessa

  • Addunyaa waraana, jeequmsaa fi walitti buʼiinsa irraa bilisa taʼe keessa jiraachuuf ni hawwitaa?

  • Yeroo dhukkubni, rakkinnii fi duuti hin jirre ni hawwitaa?

  • Yaaddoo fi dhiphina irraa bilisa taʼuu ni feetaa?

  • Iddoo balaan uumamaa miidhaa hin geessisne keessa jiraachuu ni hawwitaa?

Waaqni keenya inni jaalala qabeessa taʼee fi Uumaan pilaaneetii keenya ishii bareedduu taate kanaa, ilmaan namootaa jireenya bara baraa nagaa fi gammachuu qabu akka jiraatan waadaa isaaniif galeera. Abdiin kunis abjuu miti.

Mata dureewwan armaan gadiitiif xiyyeeffannaa akka kennitu si affeerra:

  • Waaʼee ilmaan namootaa Uumaa keenyatti maaltu dhagaʼama?

  • Dubbiin Waaqayyoo maal nuuf ibsa?

  • Abdiiwwan Waaqayyoo kenne ilaalchisee raajonni isaa maal dubbataniiru?

  • Yeroo ammaatti gammachuu argachuu fi yeroo Waaqayyoo murteessetti immoo jireenya bara baraa argachuuf maal gochuu dandeenya?

Wantoota Waaqayyo jaalalaan kakaʼee ilmaan namootaa uumamawwan isaa taʼaniif raawwate qoruudhaan haa jalqabnu.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi