LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb23 Sadaasa ful. 3
  • “Hamma Tokko Adda Baasaatii Kaaʼaa”

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • “Hamma Tokko Adda Baasaatii Kaaʼaa”
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • “Kennaa”
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Jaalala Keessaniif Yihowaa ni Galateeffanna
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2021
  • Gatii ‘Saantima Xixinnoo Lamaa’
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • “Kennaa Yihowaadhaaf Kennamu”
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
mwb23 Sadaasa ful. 3
Obboleettiin maanguddoo t⁠a⁠ʼan tokko saanduqa buusii Galma Walg⁠a⁠ʼii jiru keessatti buusii gochaa jiru. Fakkiiwwan garaa garaa: 1. Obboloonnii fi obboleettonni hojii ijaarsaa irratti gargaarsa gochaa jiru. 2. Sagantaa JW Biroodkaastingii. 3. Obboloonnii fi obboleettonni meeshaalee gargaarsaa konkolaataa irraa buusaa jiru.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

“Hamma Tokko Adda Baasaatii Kaaʼaa”

Buusiin fedhiidhaan goonu akka tasaa godhamuu hin qabu. Kanaa mannaa, akkuma Phaawulos ergamaan gorsetti yeroo hunda ‘hamma tokko adda baasnee kaaʼuu’ qabna. (1Qo 16:2) Gorsa geggeessaa hafuuraatiin kenname kana hojii irra oolchuun keenya waaqeffannaa qulqulluu akka deggeruu fi gammachuu akka argannu nu gargaara. Buusiin dhuunfaatti goonu baayʼee xinnoo akka taʼe yoo nutti dhagaʼamellee, Yihowaan qabeenya keenya isa gatii guddaa qabuun isaaf ulfina kennuuf fedhii qabaachuu keenya baayʼee dinqisiifata.—Fak 3:9.

VIIDIYOO HAMMA TOKKO ADDA BAASTANII KAAʼUU KEESSANIIF BAAYʼEE ISIN GALATEEFFANNA JEDHAMU ERGA ILAALTANII BOODA, GAAFFIIWWAN ARMAAN GADII DEEBISUUF YAALAA:

  • Maallaqa buusii goonu ilaalchisee karoora baafachuun keenya faayidaawwan akkamii qaba?

  • Obboloonni tokko tokko ‘hamma tokko adda baasanii kaaʼuuf’ kan filatan akkamitti?

INTARNEETIIRRAA CAALAATTI BARADHU

Mallattoo “Buusii“, harka saantima qabatee jiru.

Hojii Dhugaa Baatota Yihowaa deggaruuf fedhiidhaan buusii gochuu kan dandeessu akkamitti? Fuula kaʼumsaa appilikeeshinii JW Library® irraa liinkii “Buusii” jedhuu fi gara gadiitti argamu tuqi. Biyyoota hedduu keessatti liinkii Gaaffilee jedhuu fi dookmantii Buusiiwwan Dhugaa Baatota Yihowaatiif Godhaman—Gaaffiiwwan Yeroo Baayʼee Gaafataman jedhutti geessu argachuu dandeessa.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi