LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w23 Caamsaa ful. 32
  • Yaada Qorannaadhaaf Taʼu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yaada Qorannaadhaaf Taʼu
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2023
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Barreeffamoota Qorannaadhaaf Taʼanii fi LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA Argaman
  • Meeshaa Haaraa Qorannaa Gochuuf Gargaaru
    Tajaajila Mootummaa—2014
  • Weeb Saayitii Keenya—Qayyabannaa Dhuunfaafi Qayyabannaa Maatiidhaaf Itti Fayyadamaa
    Tajaajila Mootummaa—2012
  • Yaada Qoʼannaadhaaf Taʼu
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2023
  • Intarneetiidhaan Hiriyoota Horachuun Rakkina Qabaa?
    Gaaffilee Dargaggootaa fi Deebii Isaaniif Kenname, Jildii 2ffaa
Dabalataan Ilaaluuf
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2023
w23 Caamsaa ful. 32

Yaada Qorannaadhaaf Taʼu

Barreeffamoota Qorannaadhaaf Taʼanii fi LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA Argaman

Barreeffamoonni qorannaadhaaf qophaaʼan waaʼee dhimmoota garaa garaa beekuuf si gargaaru. Barreeffamoonni intarneetiirratti argaman kun Barreeffama Qorannaa Dhugaa Baatota Yihowaa Gargaaruuf Qophaaʼe kan dabalatanidha.

Saanduqni LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA barbaaduuf gargaaru barreeffamoota qorannaadhaaf taʼanitti fayyadamuuf si gargaara. Saanduqa barbaaduuf gargaaru keessatti barreessuu yeroo jalqabdu saanduqichaa gaditti filannaan garaa garaa sii dhufa. Jechoota barreeffamoota qorannaadhaaf taʼan keessatti argaman biratti jechi “Mata Duree” jedhu ni mulʼata.

Yaali: Saanduqa barbaaduuf gargaaru keessatti jecha “Yihowaa” jedhu barreessuu jalqabi (A). Filannaa sii dhufe keessaa jecha “Yihowaa” jedhuu fi jechi “Mata Duree” jedhu biratti argamu filadhu (B). Mata dureewwan barreeffamoota qorannaadhaaf taʼan garaa garaarra jiran sii fida.

Saanduqa “LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA” barbaaduuf gargaaru. “A” kan jedhu jecha saanduqa barbaaduuf gargaaru keessatti barreeffame argisiisa. “B” kan jedhummoo “Mata Duree” saanduqa barbaaduuf gargaaru biratti mulʼatu argisiisa.
    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi