LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • g21 Lakk. 2 ful. 15
  • JW.ORG Irraa Caalaatti Baradhu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • JW.ORG Irraa Caalaatti Baradhu
  • Dammaqaa!—2021
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Gargaarsa Argachuu Dandeessu
    Dammaqaa!—2020
  • Maatiidhaaf Gargaarsa Dabalataa
    Dammaqaa!—2018
  • JW.ORG Irraa Ogummaa Guyyaa Guyyaadhaan Isin Fayyadu Argadhaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Weeb Saayitii Keenya—Isa Nuunis Taʼe Namoota Kaan Gargaaruuf Qophaaʼe
    Tajaajila Mootummaa—2012
Dabalataan Ilaaluuf
Dammaqaa!—2021
g21 Lakk. 2 ful. 15

JW.ORG Irraa Caalaatti Baradhu

Mata duree kam dubbisuu barbaadda?

Abbaan manaa fi haati manaa utuma nyaachaa jiranii bilbila isaanii tuttuqaa jiru.

Gaaʼela koo cimsuu kanan dandaʼu akkamitti?

Mata duree, “Meeshaa Eleektrooniksitiif Ilaalcha Madaalamaa Qabaachuu Kan Dandeenyu Akkamitti?” jedhu ilaali.

Abbaan tokko ilmi isaa amanamummaadhaan akkamitti bilbilatti fayyadamuu akka qabu isa barsiisaa jira.

Ijoollee koo naamusa gaarii barsiisuu kanan dandaʼu akkamitti?

Viidiyoo animeeshinii gabatee adii, “Meeshaaleen Elektirooniksii Jireenya Kee Toʼachaa Jiruu?” jedhu ilaali.

Namichi raaga haala qilleensaa himu tokko haala qilleensaa guyyoota torbaa gabaasaa jira.

Yeroo gara fuulduraa ilaalchisee dhiphina natti dhagaʼamu dandamachuu kanan dandaʼu akkamitti?

Masaraa Eegumsaa, “Yeroon Gara Fuulduraa Maal Fidee Dhufa?” jedhu ilaali.

Kitaabni Qulqulluun atii fi maatiin kee jireenya gammachiisaa fi abdii dhugaa akka qabaattan isin gargaara.

JW.ORG IRRATTIS NI ARGAMA: Birooshura Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu! jedhamu ilaali.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi