LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • CO-pgm18 ful. 6-7
  • Dilbata

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Dilbata
  • Sagantaa Walgaʼii Naannoo 2018
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Dilbata
    2024 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
  • Dilbata
    Sagantaa Walgaʼii Naannoo 2020
  • Dilbata
    Sagantaa Walgaʼii Naannoo 2017
  • Dilbata
    2023 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
Dabalataan Ilaaluuf
Sagantaa Walgaʼii Naannoo 2018
CO-pgm18 ful. 6-7
Jesus resurrects Jairus’ daughter

DILBATA

“Jabaadhus! Laphee jabaadhu, Waaqayyoonis eeggadhu!”—FAARFANNAA 27:14

GANAMA

  • 3:20 Faarfannaa Viidiyoodhaan Dhihaatu

  • 3:30 Faarfannaa Lakk. 73 fi Kadhannaa

  • 3:40 SIMPOOZIYEMII: Wantoota Gara Fuulduraatti Raawwatamanii fi Ija Jabina Gaafatan

    • Labsii “Nagaa dha, Tasgabbii dhas!” Jedhu (1 Tasalonqee 5:2, 3)

    • Badiisa Baabilon Guddittii (Mulʼata 17:16, 17)

    • Ergaa Akka Dhagaa Cabbii Taʼe Labsuu (Mulʼata 16:21)

    • Waraana Goog Inni Biyya Maagoog Banu (Hisqiʼel 38:10-12, 14-16)

    • Armaagedoon (Mulʼata 16:14, 16)

    • Hojii Deebisanii Ijaaruu Guddicha (Isaayaas 65:21)

    • Qorumsa Isa Xumuraa (Mulʼata 20:3, 7, 8)

  • 5:10 Faarfannaa Lakk. 8 fi Beeksisa

  • 5:20 HAASAA SABAA KITAABA QULQULLUU IRRATTI HUNDAAʼE: Abdiin Duʼaa Kaʼuu Ija Jabeeyyii Taʼuuf kan Nu Gargaaru Akkamitti? (Maarqos 5:35-42; Luqaas 12:4, 5; Yohaannis 5:28, 29; 11:11-14)

  • 5:50 Yaadawwan Ijoo Masaraa Eegumsaa

  • 6:20 Ija Jabeeyyii Taʼanis Ofitti hin Amanamne! (Fakkeenya 3:5, 6; Isaayaas 25:9; Ermiyaas 17:5-10; Yohaannis 5:19)

  • 6:55 Faarfannaa Lakk. 3 fi Boqonnaa Laaqanaa

Jonah walks toward Nineveh

WAAREE BOODA

  • 7:35 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu

  • 7:45 Faarfannaa Lakk. 5

  • 7:50 “Jabaadhaa! Ani Addunyaa Moʼeera” (Yohaannis 16:33; 1 Pheexiros 2:21, 22)

  • 8:10 FIILMII: Seenaa Yoonaas Irraa Ija Jabinaa fi Gara Laafina Baranna (Yoonaas 1-4)

  • 9:00 Faarfannaa Lakk. 71 fi Beeksisa

  • 9:10 Warra Nu Morman Irra Warra Nuu Wajjin Jirantu Caala! (Keessa Deebii 7:17, 21; 28:2; 2 Mootota 6:16; 2 Seenaa 14:9-11;32:7, 8, 21; Isaayaas 41:10-13)

  • 10:10 Faarfannaa fi Kadhannaa Xumuraa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi