LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • CO-pgm19 ful. 6-7
  • Dilbata

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Dilbata
  • Sagantaa Walgaʼii Naannoo 2019
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Dilbata
    Sagantaa Walgaʼii Naannoo 2020
  • Dilbata
    2024 Sagantaa Walgaʼii Naannoo
  • Dilbata
    Sagantaa Walgaʼii Naannoo 2017
  • Dilbata
    Sagantaa Walgaʼii Naannoo 2018
Dabalataan Ilaaluuf
Sagantaa Walgaʼii Naannoo 2019
CO-pgm19 ful. 6-7
Yosiyaas Mootichi kitaaba maramaa dubbisaa jira

DILBATA

“JAALALA WAAQAYYOO KEESSATTI OF EEGAA”​—YIHUDAA 21

GANAMA

  • 3:20 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu

  • 3:30 Faarfannaa Lakk. 106 fi Kadhannaa

  • 3:40 SIMPOOZIYEMII: Wanta Jaalalli Godhuu fi Wanta Jaalalli hin Goone Yaadadhaa

    • Obsaa Dha; Gaarummaas ni Argisiisa (1 Qorontos 13:4)

    • Hin Hinaafu; Of hin Jaju (1 Qorontos 13:4)

    • Of hin Bokoksu; Amala Sirrii hin Taane hin Argisiisu (1 Qorontos 13:4, 5)

    • Faayidaa Mataa Isaa Qofa hin Barbaadu; hin Aaru (1 Qorontos 13:5)

    • Miidhaa Isa Irra Gaʼe Galmeessee hin Qabatu; Jalʼinatti hin Gammadu (1 Qorontos 13:5, 6)

    • Dhugaa Wajjin Gammada; Waan Hundumaa Dandaʼa (1 Qorontos 13:6, 7)

    • Waan Hundumaa Amana; Waan Hundumaa Abdata (1 Qorontos 13:7)

    • Yeroo Hunda Jabaatee Dhaabata; Jaalalli Matumaa hin Badu (1 Qorontos 13:7, 8)

  • 5:10 Faarfannaa Lakk. 150 fi Beeksisa

  • 5:20 HAASAA SABAA KITAABA QULQULLUU IRRATTI HUNDAAʼE: Addunyaa Jibbaan Guutame Keessatti Jaalala Dhugaa Eessaa Argachuu Dandeenya? (Yohaannis 13:34, 35)

  • 5:50 Yaadawwan Ijoo Masaraa Eegumsaa

  • 6:20 Faarfannaa Lakk. 1 fi Boqonnaa Laaqanaa

WAAREE BOODA

  • 7:35 Muuziqaa Viidiyoodhaan Dhihaatu

  • 7:45 Faarfannaa Lakk. 124

  • 7:50 FIILMII: Seenaa Yosiyaas: Yihowaa Jaalladhaa; Wanta Hamaa Jibbaa—Kutaa 2 (2 Mootota 22:3-20; 23:1-25; 2 Seenaa 34:3-33; 35:1-19)

  • 8:20 Faarfannaa “Ija Jabina Naa Kenni” Jedhuu fi Beeksisa

  • 8:30 ‘Gochawwan Yihowaa Warra Jaalala Isaa Isa Amanamaa Irratti Hundaaʼan Of Eeggannoodhaan Ilaalaa’ (Faarfannaa 107:43, NW; Efesoon 5:1, 2)

  • 9:30 Faarfannaa Addaa Haaraa fi Kadhannaa Xumuraa

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi