LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 7/03 ful. 4
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenyaa?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenyaa?
  • Tajaajila Mootummaa—2003
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2004
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2010
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu dandeenyaa?
    Tajaajila Mootummaa—2003
  • Akkaataa Dhiheenyaa
    Tajaajila Mootummaa—2012
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2003
km 7/03 ful. 4

Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenyaa?

MASARAA EEGUMSAA Wax. 1

“Namoonni tokko tokko buusiin gargaarsaaf godhamu seeraan hojiirra akka hin oolle yeroo dhaga’an dhaabbilee gargaarsaatiif buusii gochuun barbaachisummaansaa maal akka ta’e gaafatu. Haata’u malee namoonni baay’een ammayyuu gargaarsa barbaadu. Maal godhamuu qaba jettee yaaddaa? [Hanga debii kennutti eegiitii Ibroota 13:16 dubbisiif.] Barruun kun kennaan Waaqayyoon gammachiisu kam akka ta’e ibsa.”

Dammaqaa! Wax. 2003

“Jireenyi dargaggoota baay’ee qoricha sammuu namaa hadoochuun badaa jiraachuunsaa kan nama gaddisiisu mitii? [Hang deebii kennutti eegi.] Yeroo baay’ee rakkoon kun kan uumamu dargaggoonni hidhata gadhee yeroo uumanidha. [1 Qorontos 15:33 dubbisiif.] Barruun Dammaqaa! kun Dargaggoonni qoricha sammuu hadoochu akka jalqabaniif kan dhiibbaa irraan ga’u maal akka ta’eefi kana to’achuuf warri maal gochuu akka qaban ibsa.”

MASARAA EEGUMSAA Wax. 15

“Namoonni tokko tokko Yesus seenaa keessatti iddoo guddaa akka qabu itti dhaga’ama. Kaan ammoo jiraachuusaayyuu hin amanan. Waa’ee isaa wanta barbaanne jennee yoo amanne rakkoo qaba jettee yaaddaa? [Deebii kennu dhaga’iitii Hojii Ergamootaa 4:​12 dubbisiif.] Dhugumaan Yesus lafa kanarra jiraatee darbuusaatiif ragaa maaliitu jiraa? Barruun kun gaaffii kanaaf deebii kenna.”

June 22

“Namoota baay’ee waa’een haala naannoo isaan yaaddessa. Bosona addunyaarra jiru eeganii tursuun waan danda’amu sitti fakkaataa? [Hanga deebii kennutti eegi.] Barruun kun bosona eeguuf carraaqqii amma godhamaa jiru ibsa. Akkasumas abdii gammachiisaa Waaqayyo kenne akkamitti akka raawwatu ibsa.” Isaayaas 11:9 dubbisiif.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi