LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 5/04 ful. 6
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
  • Tajaajila Mootummaa—2004
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenyaa?
    Tajaajila Mootummaa—2004
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2006
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2007
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2009
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2004
km 5/04 ful. 6

Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

MASARAA EEGUMSAA Bit. 1

“Yeroo tokko, gaaffiin ‘Abboommiin inni hundumaa caalu’ isa kami? jedhu Yesusiif dhihaateef ture. Maal jedhee akka deebise qalbeeffadhu. [Maarqos 12:29, 30 dubbisiif.] Yesus maal jechuusaa akka ture gaafattee beektaa? [Hanga deebii kennutti eegi.] Mata dureen ‘Jaalala Waaqayyoof Qabnu Argisisuu kan Dandeenyu Akkamitti?’ jedhu, hiika caqasa kanaa ni ibsa.”

Dammaqaa! Bit. 2004

“Maqaan Waaqayyoo afaan Ibrootaatiin yeroo barreeffamu kana fakkaata. [Qolasaa itti argisiisi.] Namoonni tokko tokko maqaansaa matumaa waamamuu hin qabu jedhanii amanu. Warri kaanimmoo bal’inaan maqaasaatti gargaaramu. Dammaqaan! kun waa’ee mormiiwwan kana lamaanii ibsa. Akkasumas Waaqayyoon maqaasaatiin akkamitti beekuu akka dandeenyu ibsa.”

Mar. 22

Haala gaddisiisaa sammuu namootaa keessa jiru erga dubbattee booda, akkas jedhii gaafadhu: “Waaqayyo wantoonni kun akka uumaman kan heyyame maaliif akka ta’e gaafattee beektaa? [Hanga deebii kennutti eegi. Achiis Yaaqoob 1:​13 dubbisiif.] Barumsi keessumaa dargaggootaaf qophaa’e kun, Uumaan keenya inni jaalala qabeessa ta’e, hanga ammaatti ilmaan namaarraa rakkoowwan kan hin hambisne maaliif akka ta’e ibsa.”

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi