LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 5/06 ful. 8
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
  • Tajaajila Mootummaa—2006
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Akkaataa Dhiheenyaa
    Tajaajila Mootummaa—2011
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2004
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2007
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2009
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2006
km 5/06 ful. 8

Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

Masaraa Eegumsaa Bit. 15

“Baay’een keenya namoota jaallannu du’aan dhabuu keenyaan gaddi nurra ga’ee beeka. Abdii nama jajjabeessuufi Hojii Ergamootaa 24:15⁠rra jiru kana beektaa? [Caqasicha dubbisitii hanga deebii kennutti eegi.] Namoonni baay’een: Kan du’aa ka’an eenyufa’i? Du’aa ka’uun yoomi? Kun kan ta’u eessatti? jedhanii gaafatu. Barruun kun deebii Macaafni Qulqulluun gaaffilee kanaaf kennu qabateera.”

Masaraa Eegumsaa Ebla 1

“Yaanni baay’ee beekamaa ta’eefi Maatewos 4:4⁠rratti barreeffamee jiru beekumsa waa’ee Waaqayyoo argachuun ammam barbaachisaa akka ta’e ibsa. [Caqasicha dubbisi.] Ta’uyyuu namoota hedduudhaaf Sagalee Waaqayyoo hubachuun rakkisaa isaanitti ta’a. Siinoo akkas sitti dhaga’amee hin beekuu? [Hanga deebii kennutti eegi.] Barruun kun yaadawwan Macaafa Qulqulluu hubachuuf si gargaaran ibsa.”

Masaraa Eegumsaa Ebla 15

“Jireenya maatii gammachuu qabuuf ijoo kan ta’an keessaa tokko hariiroo gaarii maatii ofii wajjin qabaachuu akka ta’e namoonni hundi walii galu. Namoonni hedduun garuu maatiisaanii wajjin hariiroo gaarii uumuun isaan rakkisa. Kan akkas jennu maaliif sitti fakkaata? [Hanga deebii kennutti eegi.] Barruun kun yaadawwan dandeettii hariiroo maatiikee wajjin qabdu akkamitti fooyyessuu akka dandeessuu si gargaaru qabateera.” Yaaqoob 1:19 dubbisi.

Dammaqaa! Ebla 2006

“Namoonni hedduun fannoon Waaqayyotti dhihaachuudhaaf akka isaan gargaaru dubbatu. Haata’u malee namoonni tokko tokko: Meeshaa Yesus ittiin ajjeefameen fayyadamnee waaqeffannaa geggeessuun sirriidhaa? Yesus dhuguma muka fannoorratti fannifamee? jedhanii gaafatu. Matadureen ful. 12 kaasee jiru, deebii gaaffilee kanaaf Macaafni Qulqulluun kennu qabateera.” Hojii Ergamootaa 5:30 dubbisi.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi