LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 6/04 ful. 4
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenyaa?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenyaa?
  • Tajaajila Mootummaa—2004
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2004
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2006
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2008
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2010
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2004
km 6/04 ful. 4

Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenyaa?

MASARAA EEGUMSAA Ebla. 1

“Barreeffamoonni tokko tokko, mallattoo bineensichaa ilaalchisee ibsa Macaafni Qulqulluun kennuuf hiika tilmaamaa kennu. Ati waa’eesaa dhageessee beektaa? [Hanga deebii kennutti eegiitii, Mul’ata 13:​16-​18 dubbisiif.] Macaafni Qulqulluun, hiika iccitii kanaa beekuuf furtuunsaa maal akka ta’e nutti hima. Barruun kun, wantoonni kun maal akka ta’an ibsa.”

Dammaqaa Ebla 2004

“Namoonni baay’een jireenyisaanii hojiidhaan kan qabame waan ta’eef, boqonnaan dabalataa isaan barbaachisa. Tarii, yaada waggoota 3,000 dura barreeffame kanaan waliigalta ta’a. [Lallaba 4:6 dubbisiiti, hanga deebii kennutti eegi.] Dammaqaan! kun hirriba dhabuun sababiinsaafi furmaannisaa maal akka ta’e beekuuf nugargaara.”

MASARAA EEGUMSAA Ebla. 15

“Namoonni tokko tokko, wantoota nama gaddisiisan dabalatee wanti jireenya keessatti uumamu hundinuu fedhii Waaqayyoo akka ta’e itti dhaga’ama. Waa’ee kanaa gaafattee beektaa? [Hanga deebii kennutti eegi.] Namoonni baay’een kadhannaa kana ni beeku. [Maatewos 6:​10b dubbisiif.] Lafa kana ilaalchisee jaalalli Waaqayyo maalidha? Kunoo guutummaatti raawwiisaa kan argatu yoomi? Barruun kun deebii Macaafni Qulqulluun kennu qabateera.”

Apr. 22

“Namoonni addunyaa kanarra jiraatan tokko tokko abdii kan kutatanidha. Siinoo, al tokko tokko wanti akkasii sitti dhaga’amee beekaa? [Hanga deebii kennutti eegiitii, Roomaa 15:​4 dubbisiif.] Namoonni hedduun, abdii qabaachuun barbaachisaa akka ta’e ni amanu. Abdii qabaachuuf kan nudandeessisan sababiiwwan Caaffata Qulqullaa’aarratti hundaa’an torba Dammaqaa! kanarraa yommuu dubbistu baay’ee gammada.”

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi