LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 6/06 ful. 4
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
  • Tajaajila Mootummaa—2006
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2010
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenyaa?
    Tajaajila Mootummaa—2004
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2008
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2009
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2006
km 6/06 ful. 4

Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

Masaraa Eegumsaa Cam. 1

“Addunyaarratti namoonni miliyoonaan lakkaa’aman sababa hiyyumaatiin rakkachaa jiru. Namoota kana gargaaruuf maal gochuu dandeenya jettee yaadda? [Hanga deebii kennutti eegi. Achiis 1 Phexros 2:21 dubbisiif.] Barruun kun hiyyeessotaaf yaaduudhaan karaa ittiin fakkeenya Yesus hordofuu dandeenyu ibsa.”

Dammaqaa! Cam. 2006

“Maaliif akka dulloomnu gaafattee beektaa? [Hanga deebii kennutti eegi.] Sababii itti dulloomnu ilaalchisee ibsi Macaafni Qulqulluun kennu, Waaqayyo jireenya bara baraa akka jiraannu qophii gochuusaa argisiisa. [Isaayaas 25:8 dubbisi.] Barruun kun, rakkoowwan dullumaa wajjin wal qabatanii dhufan ilaalchisee yaadawwan yeroo ammaatti jiran tokko tokko qabateera.”

Masaraa Eegumsaa Cam. 15

“Haala jireenyaa 2 Phexros 3:13⁠rratti ibsame keessa utuu jiraattee hin gammadduu? [Caqasicha dubbisi. Hanga deebii kennutti eegi.] Barruun kun bantii waaqaa haaraafi lafa haaraa jechuun maal jechuu akka ta’e ibsa. Kana malees kaayyoon Waaqayyo lafaaf qabu yommuu raawwiisaa argatu, jireenyi maal akka fakkaatu addeessa.”

Dammaqaa! Ebla 2006

“Namoonni tokko tokko addunyaa har’aa kana keessatti milkaa’uuf namaa wajjin wal loluun barbaachisaa akka ta’e amanu. Faallaa kanaatiin gorsa Yesus Maatewos 5:5, 9⁠rratti kenne hubadhu. [Caqasicha dubbisi.] Yaada kanaan walii galtaa? [Hanga deebii kennutti eegi.] Barruun kun bu’aa sadan naga qabeeyyii ta’uun argamsiisu ibsa.” Barumsa ful. 28⁠rraa jalqabu itti argisiisi.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi