LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 9/04 ful. 4
  • Irra Deebii Walga’ii Addaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Irra Deebii Walga’ii Addaa
  • Tajaajila Mootummaa—2004
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Irra Deebii Walga’ii Aanaa
    Tajaajila Mootummaa—2004
  • Qophii Haaraa Irra Deebii Walga’iiwwan Aanaafi Addaatiif Godhame
    Tajaajila Mootummaa—2004
  • Sagantaa Haaraa Walga’ii Addaa
    Tajaajila Mootummaa—2004
  • Irra Deebii Walga’ii Addaa
    Tajaajila Mootummaa—2005
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2004
km 9/04 ful. 4

Irra Deebii Walga’ii Addaa

Kutaan kun, sagantaan walga’ii aanaa waggaa tajaajilaa 2005 godhamuusaa dura, qabiyyee walga’ichaa hubachuuf ykn walga’icha booda irra deebii gochuuf gargaara. Mata dureen, “Qophii Haaraa Irra Deebii Walga’iiwwan aanaafi addaatiif Godhame” jedhuufi Tajaajila Mootummaa fuula 1⁠rratti argamu kun, akkamitti akka dhihaatu ibsa. Yeroo irra deebichi godhamutti, gaaffiiwan hundinuu gaafatamuu akka danda’anitti yeroo qoqqoodi. Irra deebichi wanta baranne akkamitti hojiirra akka oolchinu kan ibsu ta’uu qaba.

SAGANTAA GANAMAA

1. Fedhiin Yihowaa dhaggeeffachuuf qabnu yeroo kamiyyuu caalaa guddachuu kan qabu maaliifi? Dhaggeeffachuu jechuun maal jechuudha? (“Sagalee Yihowaa Dhaggeeffachuu Kan Qabnu maaliifi?”)

2. Maatiiwwan sochii hafuuraatiif sagantaa gaarii baafachuu kan danda’an akkamitti? (“Maatiiwwan Utuu Yaadisaanii Hin Hiramin Sagalee Waaqayyoo Dhaggeeffatan”)

3. Obboloonni aanaa Kana keessa jiran carraa karaa alidilee lallabuuf argatanitti akka gaariitti kan gargaaraman akkamitti? (“Waanuma Hundumaa Ulfina Waaqayyootiif Hojjechuu”)

4. Akkekachiisa Ibroota boqonnaa 3fi 4⁠rra jirurraa barumsa maalii arganna dandeenya? yeroo har’aa Yihowaan kan nutti dubbatu karaa kamiini? (“Yeroo Waaqayyo Dubbatu Dhaggeeffachuun Eegumsa Nuuf Argamsiisa”)

5. Haasawaa cuuphaarraa faayidaa maalii arganneerra? (“Of Murteessuufi Cuuphamuu”)

SAGANTAA WAAREE BOODAA

6. Fakkeenya Yesus dargaggummaasaatti nuu dhiiserraa barumsa maalii arganna? Dargaggoonni aanaa kana keessa jiran fakkeenyasaa kan hordofaa jiran akkamitti? (“Sagalee Waaqayyoo Xiyyeeffannaadhaan Dhaggeeffachuun, Dargaggoota Keenya Kan Jajjabeessu Attamitti?”)

7. Warri ijoolleesaanii mucummaasaaniitii kaasee karaa Yihowaarra akka deemaniif karaan itti leenjisuu danda’an tokko tokko kam fa’i? (Ijoollee Waaqayyoon Dhaggeeffataniifi Isarraa Baratan”)

8. Yihowaa, Ilmasaafi “hojjetaa amanamaafi ogeessa” karaawwan itti xiyyeeffanaadhaan dhaggeeffachuu qabnu tokko tokko kam fa’i? (Mat. 24:45) Kana gochuun keenya barbaachisaa kan ta’e maaliifi? (“Qajeelfama Waaqayyootiif Xiyyeeffannaa Guddaa Kennaa”)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi