LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 8/04 ful. 10
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenyaa?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenyaa?
  • Tajaajila Mootummaa—2004
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2006
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenyaa?
    Tajaajila Mootummaa—2003
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu
    Tajaajila Mootummaa—2005
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2008
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2004
km 8/04 ful. 10

Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenyaa?

MASARAA EEGUMSAA Wax. 1

“Namoonni tokko tokko, Waaqayyoon waaqeffachuuf miseensa jaarmiyaa tokkoo ta’uun barbaachisaa miti jedhanii yaadu. Ati waa’ee kanaa yaaddee beektaa? [Hanga deebii kennutti eegi.] Barruun kun, Waaqayyo bara duriitii kaasee namootaa wajjin walitti dhufeenya akkamii akka qabu ibsa. Dhugaadhaan Waaqayyoon waaqeffachuun maal jechuu akka ta’es ni dubbata.” Yohannis 4:​24 dubbisiif.

Dammaqaa! Wax. 2004

“Saayinsiin fayyaa, dhukkubawwan wajjin falmuudhaan guddina dinqisiisaa godheera; garuu guutummaa addunyaarratti yeroo dhukkubni itti hin jiraanne ni dhufa jettee yaaddee beektaa? [Hanga deebii kennutti eegi.] Barruun kun, guyyaa tokko namoonni lafarra jiraatan hundinuu abdiin Isaayaas 33:24⁠rratti kenname kun yommuu raawwatamu, fayyaa guutuu argatanii akka gammadan ibsa.” [Caqasicha dubbisi.]

MASARAA EEGUMSAA Wax. 15

“Yeroo ammaa kanatti ijoollee sirriitti guddisuun rakkisaa sitti hin fakkaatuu? [Hanga deebii kennutti eegi.] Warri ijoollee guddisuutti bu’a qabeeyyii ta’uu akka danda’an yaada dubbatu kana hubadhu. [Fakkeenya 22: 6 dubbisiif.] Masaraan Eegumsaa kun, warri rakkina akkasii kana mo’uu akka danda’aniif gorsa isaan gargaaru qabateera.”

Dammaqaa! June 22

“Namoonni tokko tokko Waaqayyotti amanuun waan saayinsiin hin deeggarredha jedhanii yaadu. Haata’u malee, saayintiistonni, saayinsiin Uumaatti amanuu ni deeggara jedhanii dubbatan akka jiran beekta turtee? [Hanga deebii kennutti eegi.] Dammaqaan! kun, ragaan murtoo kanarra isaan geessise maal akka ta’e dubbata.” Roomaa 1:​20 dubbisiif.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi