LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 8/05 ful. 8
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu
  • Tajaajila Mootummaa—2005
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2006
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenyaa?
    Tajaajila Mootummaa—2004
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenyaa?
    Tajaajila Mootummaa—2003
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2008
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2005
km 8/05 ful. 8

Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu

MASARAA EEGUMSAA Wax. 1

“Namoonni hundi waa’ee nagaa dubbataniyyuu, ilmaan namootaa addunyaa mararratti tokkummaa argachuu hin dandeenye. Tokkummaa addunyaa kana argachuun hawwii qofa sitti fakkaataa? [Hanga deebii kennutti eegi.] Barruun kun, waa’ee bulchiinsa addunyaa mararratti nagaa fiduu danda’uu dubbata.” Faarfannaa 72:7, 8 dubbisiifiitii, kun akkamitti akka ta’u mari’achuuf jecha deebitee dhaquuf haala mijeessi.

Dammaqaa! Wax. 2005

“Warri, ijoolleensaanii rakkoowwan yeroo dargaggummaatti isaan mudatan akka mo’atan gargaaruu kan danda’an akkamitti? [Hanga deebii kennutti eegiitii, Isaayaas 48:17, 18 dubbisiif.] Barruun kun, warri , ijoolleesaanii wajjin hariiroo gaarii akka godhaniifi wanta sababii qabeessa ta’e qofaa akka isaanirraa eeganiif, gorsa Macaafa Qulqulluu hojiirra oolchuun akkamitti akka isaan gargaaru ibsa.”

MASARAA EEGUMSAA Wax. 15

“Baay’een keenya jireenya keenya gara caalaasaa hojiidhaan dabarsina. Namoonni tokko tokko kun eebba ennaa jedhan, kaanimmoo akka abaarsaatti lakkaa’u. Atoo maal jetta? [Hanga deebii kennutti eegiitii, Lallaba 2:24 dubbisiif.] Barruun kun, Macaafni Qulqulluun hojiidhaaf ilaalcha sirrii akka qabaannuuf akkamitti akka nu gargaaru ibsa. Akkasumas, dhiphina hojii wajjin wal qabatee dhufu akkamitti mo’uu akka dandeenyu addeessa.”

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi