LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 8/05 ful. 7
  • Waraqaa Afeerriitti Fayyadamaa Jirtaa?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Waraqaa Afeerriitti Fayyadamaa Jirtaa?
  • Tajaajila Mootummaa—2005
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Walga’ii Koonyaa “Fayyinni Keenya Dhihaateera!” Jedhamu Beeksisuuf Duula Addunyaa Maratti Godhamu
    Tajaajila Mootummaa—2006
  • Walga’ii Koonyaa “Kiristos Dukaa Bu’aa!” Jedhu Beeksisuudhaaf Carraaqqii Cimaa Addunyaa Maratti Godhamu
    Tajaajila Mootummaa—2007
Tajaajila Mootummaa—2005
km 8/05 ful. 7

Waraqaa Afeerriitti Fayyadamaa Jirtaa?

Gaaf tokko mucaan waggaa 11, waraqaa afeerrii haasawaa sabaa waa’ee sii’ol dubbatu beeksisu karaarraa argate. Yeroo booda mucaan kun, “Ani yeroo hundumaa wanta hamaa waanan godhuuf, yeroon du’utti sii’ol keessatti abiddaan nan gubadhaa laata jedhee dhiphachaan ture; kanaaf mata dureen kun xiyyeeffannaa koo harkise” jedheera. Walga’ii kanarratti erga argamee booda waggaa tokkoof Macaafa Qulqulluu qayyabatee cuuphame. Kaarl Kilaayin tajaajilasaa karaa kanaan jalqabee waggoota hedduudhaaf miseensa Qaama Olaanaa Dhugaa Baatota Yihowaa ta’ee tajaajileera. Kun hundumtuu waraqaa afeerriitiin jalqabame.

Yeroo ammaas waraqaan afeerrii meeshaa lallabaa bu’a qabeessa ta’edha. Babal’istoonni baay’een, of beeksisuufis ta’e maree jalqabuuf waraqaan affeerrii gaarii ta’ee argataniiru. Warri ijoolleesaanii xixinnoo ta’an, tajaajilarratti waraqaa affeerrii akka kennan gochuudhaan leenjisuu danda’u. Babal’istoonni xalayaadhaan dhugaa ba’an, walga’iiwwan keenya beeksisuuf waraqaa afeerrii wajjin erguu danda’u. Waraqaan afeerrii, barataan Macaafa Qulqulluus ta’e namoonni fedhii argisiisan gara walga’ii keenyatti akka dhufan afeeruuf gaariidha.

Tajaajila keessanirratti waraqaa afeerrii akka gaariitti ni fayyadamtuu?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi