LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 11/07 ful. 4
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
  • Tajaajila Mootummaa—2007
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2006
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2008
  • Barruulee Raabsudhaaf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenyaa?
    Tajaajila Mootummaa—2003
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2003
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2007
km 11/07 ful. 4

Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

MASARAA EEGUMSAA Onk. 1

“Utuun kana godheera ta’ee!” jettee gaabbitee beektaa? [Hanga deebii kennutti eegi.] Hundi keenya yeroo tokko tokko wanta booda itti gaabbinu maaliif akka hojjennu ilaalchisee wanta caqasni kun jedhu ilaali. [Ermiyaas 10:23 dubbisiif.] Barruun kun gorsi gaariin Macaafa Qulqulluu keessa jiru filannaa sirrii gochuuf akkamitti akka nu gargaaru ibsa.”

Dammaqaa! Onk. 2007

“Hundi keenya namoonni jaallannu nu jalaa du’aniiru. Namoonni kun samiirra taa’anii nu ilaalaa jiru jettee yaaddaa? [Hanga deebii kennutti eegi.] Wanta Yesus yommuu Alaazaar du’etti jedhe ilaali. [Yohannis 11:11 dubbisiif.] Barruun kun gaaffii namoonni du’an bakka biraa jirumoo ciisanii du’aa ka’uu eeggachaa jiru? jedhu ibsa.” Yaada mataduree ful. 28⁠rraa jalqabu itti argisiisi.

MASARAA EEGUMSAA Onk. 15

“Namoonni baay’een yeroon gara fuulduraa amansiisaa akka hin taane waan isaanitti dhaga’amuuf, yeroo har’aa hamma nuu danda’ame jireenya gaarii jiraachuu qabna jedhu. Ati maal yaadda? [Hanga deebii kennutti eegi.] Yesus ilaalcha xiyyeeffannaa namaa harkisu kana dubbatee ture. [Maatewos 6:34 dubbisiif.] Barruun kun gara fuulduraatiif akkamitti karoora akka baafannuufi garmalee yaadda’uurraa akkamitti akka of eeggannu ibsa.”

Dammaqaa! Sad. 2007

“Bara duriitti, namoonni yeroo baay’ee Macaafa Qulqulluurraa qajeelfama argachuu barbaadu turan. Haata’u malee, yeroo ammaa baay’eensaanii Macaafa Qulqulluurratti shakkii qabu. Ati maaltu sitti dhaga’ama? [Hanga deebii kennutti eegi. Achiis 2 Ximootewos 3:16 dubbisiif.] Maxxansi addaa Dammaqaa! jedhamu kun Macaafni Qulqulluun Dubbii Waaqayyoo ta’uusaatiif ragaa quubsaa kenna.”

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi