LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 11/06 ful. 8
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
  • Tajaajila Mootummaa—2006
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2004
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2003
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2007
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2008
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2006
km 11/06 ful. 8

Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

MASARAA EEGUMSAA Onk. 1

“Hayyoonni baayooloojii dhukkuba balleessuufi umurii namaa dheeressuuf yaalii gochaa jiru. Bara baraaf jiraachuu kan dandeenyu sitti fakkaataa? [Hanga deebii kennutti eegi.] Bara dheeraa jiraachuu kan hawwinu maaliif akka ta’e hubadhu. [Lallaba 3:11 dubbisiif.] Barruun kun, Waaqayyo fedhii bara baraaf jiraachuu keessa keenyatti kan uume maaliif akka ta’e ibsa.”

Dammaqaa! Onk. 2006

“Baay’een keenya namoota jaallannu du’aan dhabneera. Erga du’anii booda isaan gargaaruuf wanti gochuu dandeenyu kan jiru sitti fakkaataa? [Hanga deebii kennutti eegi.] Matadureen kun deebii Macaafni Qulqulluun gaaffii kanaaf kennu qabateera. Abdii nama jajjabeessus ni kenna.” Yohannis 5:28, 29 dubbisiif. Achiis mataduree ful. 10⁠rraa jalqabu itti argisiisi.

MASARAA EEGUMSAA Onk. 15

“Namoonni tokko tokko Waaqayyo samiirra kan jiraatu waan ta’eef isa beekuun hin danda’amu jedhanii amanu. Atoo akkas sitti dhaga’amaa? [Hanga deebii kennutti eegi. Achiis Yohannis 17:3 dubbisiif.] Barruun kun beekumsa Waaqayyoo argachuu kan dandeenyu akkamitti akka ta’e ibsa.”

Dammaqaa! Mud. 2006

“Waaqayyo jaalalaafi humna qabeessa ta’e utuma jiru rakkinni kun hundi kan jiraate maaliifi jettee gaafattee beektaa? [Hanga deebii kennutti eegi.] Caqasni kun rakkina kana kan fidu eenyu ta’uusaa yeroo ibsu hubadhu. [1 Yohannis 5:19 dubbisiif.] Barruun kun Waaqayyo rakkina hambisuuf maal gochaa akka jiru ilaalchisee waan Macaafni Qulqulluun jedhu ibsa.”

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi